Qaaccessa Asoosama Dheeraa “Dhamaatee Harmee” Qorattuun: Galatee Taarreqeny

No Thumbnail Available

Date

2021-09

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa gosoota waldhabbii asoosama dhamaatee harmee jedhu keessatti argaman adda baasuun qaaccessuudha. Milkaa’ina kaayyoo kanaafis kitaaba asoosama“Dhamaatee Harmee” jedhu bifa sakkata’a dookumentiin sakkatta’ameera. Qorannoon tokko mala ittiin adeemsifamu qaba. Qorannoon kunis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun kan adeemsifameedha. Akkasumas mala iddatteessuu keessaa ammoo mit-carraa keessaa akkayyootti fayyadamuun kan geggeeffameedha. Gosoonni waldhabbii asoosama kana keessatti argamanis lakkoofsaan afuri.Isaanis waldhabbii qooddattaafi qooddattaa, waldhabbii qoddattaafi sammuu isaa, waldhabbii qooddattaafi uumaafi waldhabbii qooddattaafi uumamaati. Haaluma kanaan gosoonni waldhabbii kun kaayyoowwan gooree qorattuun kun kaayyefattee kaatte irratti hunda’uun walduuraa duubaan qaacceffamaniiru. Dhuma irrattis qorattuun kun argannoowwanfi yaadota furaamataa keessee jirti.

Description

Keywords

Dhamaatee Harmee

Citation