Qaaccessa Asoosama Dheeraa “Dhamaatee Harmee” Qorattuun: Galatee Taarreqeny

dc.contributor.advisorAsafaa Tafarraa (PhD)
dc.contributor.authorGalatee Taarreqeny
dc.date.accessioned2024-02-19T12:28:52Z
dc.date.available2024-02-19T12:28:52Z
dc.date.issued2021-09
dc.description.abstractKaayyoon gooroo qorannoo kanaa gosoota waldhabbii asoosama dhamaatee harmee jedhu keessatti argaman adda baasuun qaaccessuudha. Milkaa’ina kaayyoo kanaafis kitaaba asoosama“Dhamaatee Harmee” jedhu bifa sakkata’a dookumentiin sakkatta’ameera. Qorannoon tokko mala ittiin adeemsifamu qaba. Qorannoon kunis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun kan adeemsifameedha. Akkasumas mala iddatteessuu keessaa ammoo mit-carraa keessaa akkayyootti fayyadamuun kan geggeeffameedha. Gosoonni waldhabbii asoosama kana keessatti argamanis lakkoofsaan afuri.Isaanis waldhabbii qooddattaafi qooddattaa, waldhabbii qoddattaafi sammuu isaa, waldhabbii qooddattaafi uumaafi waldhabbii qooddattaafi uumamaati. Haaluma kanaan gosoonni waldhabbii kun kaayyoowwan gooree qorattuun kun kaayyefattee kaatte irratti hunda’uun walduuraa duubaan qaacceffamaniiru. Dhuma irrattis qorattuun kun argannoowwanfi yaadota furaamataa keessee jirti.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1854
dc.language.isoen_US
dc.publisherAddis Ababa University
dc.subjectDhamaatee Harmee
dc.titleQaaccessa Asoosama Dheeraa “Dhamaatee Harmee” Qorattuun: Galatee Taarreqeny
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Galatee Taarreqeny.pdf
Size:
658.08 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: