Qaaccessa Fayyadama Afaanii Dubartoota Ibsuuf Oolan :Haala Godina Shawaa Lixaa Aanaa Amboo Keessatti

dc.contributor.advisorBarkeessaa, Addunyaa (PhD)
dc.contributor.authorLammaa, Ababaa
dc.date.accessioned2019-04-12T11:52:22Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:26:19Z
dc.date.available2019-04-12T11:52:22Z
dc.date.available2023-11-30T04:26:19Z
dc.date.issued2018-08
dc.description.abstractQorannoon kun mata-duree qaacceessa fayyadama afaanii dubartoota mul‟isan ooluuf kan jedhu irrtatti gaggeeffama.kaayyowwan qorannichaa ammo fayyadama afaanii dubartootaa ibsuf oolanu, xinxaluufi fayyadama afaanii dubartootaa gad-aantummaa ibsan addaan baasuu,fayyadama afaani wal-qixxummaa agarsiisan himuufi fayyadama afaanii ga‟oomsuuf dubartootaa adda baasanii agarsiisaniidha.kaayyoowwan galmaan ga‟uuf malli dhimma itti bahamee akkamtaadha.Ragaaleen qorannichaaf barbaachisan immoo af-gaaffiifi marii gareetiin walitti qabame.Ragaaleen roga garaagarraa irratti meeshaalee armaan olitti ibsamaniin walitti qabaman kunniin mala darbaandabarsaatti fayyadamuun qoqqoodamuun boqonnaa afur jalatti jechaan, fayyadama afaanii gad-aantummaa dubartootaa mul‟isan, fayyadama afaanii wal-qixxummaa dubartootaa mul‟isanfi fayyadama afaanii dubartoota ga‟oomsuun ibsan tartiibaan qaacceffamaniiru.Argannoo kanneen irraa ka‟uun yaboo armaan gadii kaa‟ameera..Itti fayyadama afaannii gad-aantummaa dubartootaa mul‟isan dhabamsiisuuf qaamni dhimmi ilaalatu kamiyyuu irratti hojjachuu akka qabu ,itti fayyadama afaanii wal-qixxummaa dubartootaa ibsanirratti hawaasnis ta‟e dubartonni cimanii hojjachuu akka qaban, dubartoota gahoomsuuirratti qaban kamuu qooda fudhachuu akka qabuufi itti fayyadama afaanii ciimina dubartootaa ibsan caalatti hojjitti hiikuufi warreen gad-aantummaa dubartootaa ibsan dhabamsiisuurratti hawaasa keenya keessatti jijjiramni guddaan akka mul‟atuufi dhiibbaa karaa hawaasummaa mul‟atuufi xiin sammuu dubartootaa irratti geessisuun mul‟atuu dhabamsiisuuf xiyyeeffatame irratti hojjatamu akka qabufi dubartoonnis, jijjirama amma mul‟achaa dhufee keessatti ofitti amanamummaa fudhachuun ,caalatti hirmaachuun kakka‟umsa akka taasisan gaaffatti.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/17912
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleQaaccessa Fayyadama Afaanii Dubartoota Ibsuuf Oolan :Haala Godina Shawaa Lixaa Aanaa Amboo Keessattien_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Ababaa Lammaa.pdf
Size:
3.7 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: