Qaaccessa Fayyadama Afaanii Dubartoota Ibsuuf Oolan :Haala Godina Shawaa Lixaa Aanaa Amboo Keessatti

No Thumbnail Available

Date

2018-08

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Qorannoon kun mata-duree qaacceessa fayyadama afaanii dubartoota mul‟isan ooluuf kan jedhu irrtatti gaggeeffama.kaayyowwan qorannichaa ammo fayyadama afaanii dubartootaa ibsuf oolanu, xinxaluufi fayyadama afaanii dubartootaa gad-aantummaa ibsan addaan baasuu,fayyadama afaani wal-qixxummaa agarsiisan himuufi fayyadama afaanii ga‟oomsuuf dubartootaa adda baasanii agarsiisaniidha.kaayyoowwan galmaan ga‟uuf malli dhimma itti bahamee akkamtaadha.Ragaaleen qorannichaaf barbaachisan immoo af-gaaffiifi marii gareetiin walitti qabame.Ragaaleen roga garaagarraa irratti meeshaalee armaan olitti ibsamaniin walitti qabaman kunniin mala darbaandabarsaatti fayyadamuun qoqqoodamuun boqonnaa afur jalatti jechaan, fayyadama afaanii gad-aantummaa dubartootaa mul‟isan, fayyadama afaanii wal-qixxummaa dubartootaa mul‟isanfi fayyadama afaanii dubartoota ga‟oomsuun ibsan tartiibaan qaacceffamaniiru.Argannoo kanneen irraa ka‟uun yaboo armaan gadii kaa‟ameera..Itti fayyadama afaannii gad-aantummaa dubartootaa mul‟isan dhabamsiisuuf qaamni dhimmi ilaalatu kamiyyuu irratti hojjachuu akka qabu ,itti fayyadama afaanii wal-qixxummaa dubartootaa ibsanirratti hawaasnis ta‟e dubartonni cimanii hojjachuu akka qaban, dubartoota gahoomsuuirratti qaban kamuu qooda fudhachuu akka qabuufi itti fayyadama afaanii ciimina dubartootaa ibsan caalatti hojjitti hiikuufi warreen gad-aantummaa dubartootaa ibsan dhabamsiisuurratti hawaasa keenya keessatti jijjiramni guddaan akka mul‟atuufi dhiibbaa karaa hawaasummaa mul‟atuufi xiin sammuu dubartootaa irratti geessisuun mul‟atuu dhabamsiisuuf xiyyeeffatame irratti hojjatamu akka qabufi dubartoonnis, jijjirama amma mul‟achaa dhufee keessatti ofitti amanamummaa fudhachuun ,caalatti hirmaachuun kakka‟umsa akka taasisan gaaffatti.

Description

Keywords

Citation