Xiinxala Ergaa Mammaaksa Oromoo Dubartootaan Walqabatan: Kitaaba Gumbii Mammaaksaa Irratti Kan Xiyyeeffate
dc.contributor.advisor | Amaanu‟eel Alamaayyoo(PhD) | |
dc.contributor.author | Haannaa Malkaa | |
dc.date.accessioned | 2024-02-23T12:19:57Z | |
dc.date.available | 2024-02-23T12:19:57Z | |
dc.date.issued | 2021-09 | |
dc.description.abstract | Hawaasni kamiyyuu afoola mataa isaa qaba. Afoola hawaasa tokkoo keessaa tokko mammaaksa. Mammaaksi haala jiruuf jireenya hawaasa tokkoo ibsuuf bifa addaa addaan mammaakama. Haaluma kanaan haawaasa Oromoo keessattis mammaaksi dhimma dubartootaa ibsan qorannoo kan keessatti seera qorannoon tokko hammachuu danda’u hammachiisuun, boqonnaa afuritti qoqqoodamun, boqonnaa hunda keessatti haala barbaachisan kan ka’an yoo ta’an, malli qorannoo kan keessatti qorattuum dhimmaa itti baate mala akkamtaafi malli fuunaanaa ragaalee qorannichaa sakkatta’a dukimenti yeroo ta’uu maddi odeeffannoo madda ragaa tokkoffaafi lammaffaadha. Kuniis odeeffannoowwaan argaman xiinxaluuf kan ooleedha. Walumaagalatti qorannoon kun bu’aa bayii hedduu qabatus waanti haraan waan argamee itti gammadeera. | |
dc.identifier.uri | https://etd.aau.edu.et/handle/123456789/2002 | |
dc.language.iso | or | |
dc.publisher | Addis Ababa University | |
dc.subject | afoola mataa isaa qaba | |
dc.title | Xiinxala Ergaa Mammaaksa Oromoo Dubartootaan Walqabatan: Kitaaba Gumbii Mammaaksaa Irratti Kan Xiyyeeffate | |
dc.type | Thesis |