Xiinxala Ergaa Mammaaksa Oromoo Dubartootaan Walqabatan: Kitaaba Gumbii Mammaaksaa Irratti Kan Xiyyeeffate

No Thumbnail Available

Date

2021-09

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Hawaasni kamiyyuu afoola mataa isaa qaba. Afoola hawaasa tokkoo keessaa tokko mammaaksa. Mammaaksi haala jiruuf jireenya hawaasa tokkoo ibsuuf bifa addaa addaan mammaakama. Haaluma kanaan haawaasa Oromoo keessattis mammaaksi dhimma dubartootaa ibsan qorannoo kan keessatti seera qorannoon tokko hammachuu danda’u hammachiisuun, boqonnaa afuritti qoqqoodamun, boqonnaa hunda keessatti haala barbaachisan kan ka’an yoo ta’an, malli qorannoo kan keessatti qorattuum dhimmaa itti baate mala akkamtaafi malli fuunaanaa ragaalee qorannichaa sakkatta’a dukimenti yeroo ta’uu maddi odeeffannoo madda ragaa tokkoffaafi lammaffaadha. Kuniis odeeffannoowwaan argaman xiinxaluuf kan ooleedha. Walumaagalatti qorannoon kun bu’aa bayii hedduu qabatus waanti haraan waan argamee itti gammadeera.

Description

Keywords

afoola mataa isaa qaba

Citation