Qaaccessa Bu’uuraalee Afseenaa Iddoowwan Uummata Oromoo: Xiyyeeffannoo Bulchiinsa Magaalaa Galaan

dc.contributor.advisorTaliilaa, Xilaahun (PhD)
dc.contributor.authorHurrisaa, Dabbabaa
dc.date.accessioned2020-11-11T07:20:33Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:56Z
dc.date.available2020-11-11T07:20:33Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:56Z
dc.date.issued2019-08
dc.description.abstractQorannoo kun,„‟Bu‟uuraalee Afseenaa iddoowwan uummata Oromoo:Xiyyeeffannoo Bulchiinsa Magaalaa Galaan‟‟qaacceessuu dha.Haaluma kanaan qorannoon kun Saxaxa ibsaan gaggeeffame.Sababa qorataan akkamtaa,mala ibsaafi iddatteesuu darbaa dabarsaatti fayyadameef,akkuma boqonnaa tokkoffaa keessatti ibsamuuf yaalametti Xiyyeeffannoon qorannoo kanaa inni guddaan Bu‟uuraalee Afseenaa iddoowwanii:Bulchiinsa Magaalaa Galaan qaacceessuun ibsuudha.Kaayyoo kana galmaan gahuuf afseenaan iddoowwan qaban sakatta‟amee jira.Malli funaansa ragaalee:afgaaffii,marii garee,daawwannaafi sakatta‟a dokumantii ti dhimma bahameera.Ragaalee funaannaman kanneenis,mala akkamtaatti gargaaramuun qaacceffamanii jiru.Haala kanaan bu‟aan qorannoo kanaa akka mul‟isutti,Afseenaan iddoowwanii magaalichaa keessaa dagatamaa dhufuu,Qabiyyeen afseenaa jijjiirramuufikunuunsa dhabuu iddoowwan seena qabeeyyii ta‟anii fa‟a.Argannoowwan argaman irratti hundaa‟uun yaboonis kennamee jira.Isaanis:Dhaabbileen Barnootaa Olaanoon Afseenaawwan Iddoowwanii keessaayyuu,iddoowwan seena qabeessa ta‟anii walitti qabuun ragaa barreeffamaan qindeessanii maxxansiisuun qaamooleen hawaasaa garagaara osoo akka dubbisan taasisanii gaarii ta‟a.Iddoowwan kunneen hojii dhaloota duraanii qabatanii waan jiraniif haalota mijeessuun caalmaatti bakka qorannoofi haawwata turiistii akka ta‟aniif qaamonni mootummaafi mit mootummaa ta‟an hundinuu gahee isaanii osoo bahanii gaarii ta‟a.Bulchiinsi Magaalaa iddoowwan Seena qabeeyyiin kunneen itti argaman kanneen daangessuun hawaasni naannoo kanaa iddoowwan kanneeniif eegumsaafi kunuunsa akka taasisaniif kakaasuun barbaachisaa ta‟a.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/23154
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleQaaccessa Bu’uuraalee Afseenaa Iddoowwan Uummata Oromoo: Xiyyeeffannoo Bulchiinsa Magaalaa Galaanen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Dabbabaa Hurrisaa.pdf
Size:
1.48 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: