Muummee Afaan Oromoo, Ogbarruu Fi Fookloorii Koolleejjii Namoomaa, Qo'annoo Afaanotaa, Joornaaliizimii Fi Quunnamtii Yuunibarsiit Finfinnee

dc.contributor.advisorDinqeessaa Dheeressaa(PhD)
dc.contributor.authorDhakkii Diimaa
dc.date.accessioned2024-01-03T07:46:04Z
dc.date.available2024-01-03T07:46:04Z
dc.date.issued2021-06-01
dc.description.abstractQorannoon kun cibra nadheen Booranaa, Aanaa Dubuluqii irratti xiyyeeffata. Gaafa qorannoo kana qoradhu malleen qorannoo afgaaffii, marii gareefi daawwaannaatti fayyadameera. Kaayyoon qorannoo kanaa akkataa cibra nadheen Booranaa Aanaa Dubuluqii kan ibsuudha. Wanti qorannoon kun barbaachiseef,aadaa cibra nadheen Booranaa dhaloonni dhufu akka dhaalan taasisuudha.Walumaagalatti, qorannoo kana yeroon goolabu akka yaada dhuunfaatti maalummaafi barbaachisummaa fi cibra nadheen Booranaa maliif akka qabatamu irratti qorannoo adeemsisee jira. Akka yaada furmaataattis Yeroo ammaa kana dhiibbaawwan amantaalee garagaraa, ammayyummaa, babaldhachuu teknoolojii fi dhufaati addunyaalessummaa aadaa Oromoo Booranaa kan haala cibrannaa rifeensaa badaa deemaa waan jiruufi, Aadaa kana galmeessanii bifa barreeffamaatiin yoo ol kaawan dhaloota dhufu gargaaruu akka danda'u qorannoo kana keessatti kaasee jira.
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1392
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleMuummee Afaan Oromoo, Ogbarruu Fi Fookloorii Koolleejjii Namoomaa, Qo'annoo Afaanotaa, Joornaaliizimii Fi Quunnamtii Yuunibarsiit Finfinnee
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Daakii.pdf
Size:
3.56 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: