Xiinxala Itti Fayyadama Sirna Tuqaalee Kitaaba Asoosamaa Galfata Irratti Kan Xiyyeeffate
dc.contributor.advisor | Dinqeessaa Dheeressaa (PhD) | |
dc.contributor.author | Almaaz Taaddasaa | |
dc.date.accessioned | 2023-12-27T06:13:12Z | |
dc.date.available | 2023-12-27T06:13:12Z | |
dc.date.issued | 2021-09 | |
dc.description.abstract | Xiyyeeffannaan qorannoo kanaa xiinxala itti fayyadama sirna tuqaalee kitaaba asoosamaa ‘Galfata’ irratti kan xiyyeeffateedha. Kaayyoo qorannoo kanaa galmaan ga’uuf malli qorattuun dhimma itti baatee, maddi ragaa qorannichaaf ta’u iddata mit-carraatti gargaaramun dhimma itti ba’ameera. Odeeffannoon kanneen kan ittiin funaaname, mala qorannoo akkamtaa fayyadameeni. Kunis oddeeffannoon funaanname sakatta’a dookimeentiin waansassaabameef jechaan qaacceffamuu isaati. Haaluma xiinxala ragaaleerraa argameen sirnoota tuqaaleetti haala sirrii ta’een asoosamicha keessatti fayyadamuufi hanqinoota sirnoota tuqaalee afaanicha keessatti tajaajilan iddoo galuu qaban malee barreeffama asoosamichaa keessatti galchuunidha. Ogummaa sirna tuqaalee afaanicha keessatti tajaajilan kana guddisuuf, seera itti fayyadamafi tajaajila tokkoon tokkoo sirna tuqaalee fayyaduuf, hubachuufi shaakaluu akkasumas, kan muuxannoo qaburraa baruudha. | |
dc.identifier.uri | http://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1179 | |
dc.language.iso | or | |
dc.publisher | Addis Ababa University | |
dc.title | Xiinxala Itti Fayyadama Sirna Tuqaalee Kitaaba Asoosamaa Galfata Irratti Kan Xiyyeeffate | |
dc.type | Thesis |