Xiinxala Itti Fayyadama Sirna Tuqaalee Kitaaba Asoosamaa Galfata Irratti Kan Xiyyeeffate
No Thumbnail Available
Date
2021-09
Authors
Journal Title
Journal ISSN
Volume Title
Publisher
Addis Ababa University
Abstract
Xiyyeeffannaan qorannoo kanaa xiinxala itti fayyadama sirna tuqaalee kitaaba asoosamaa ‘Galfata’ irratti kan xiyyeeffateedha. Kaayyoo qorannoo kanaa galmaan ga’uuf malli qorattuun dhimma itti baatee, maddi ragaa qorannichaaf ta’u iddata mit-carraatti gargaaramun dhimma itti ba’ameera. Odeeffannoon kanneen kan ittiin funaaname, mala qorannoo akkamtaa fayyadameeni. Kunis oddeeffannoon funaanname sakatta’a dookimeentiin waansassaabameef jechaan qaacceffamuu isaati. Haaluma xiinxala ragaaleerraa argameen sirnoota tuqaaleetti haala sirrii ta’een asoosamicha keessatti fayyadamuufi hanqinoota sirnoota tuqaalee afaanicha keessatti tajaajilan iddoo galuu qaban malee barreeffama asoosamichaa keessatti galchuunidha. Ogummaa sirna tuqaalee afaanicha keessatti tajaajilan kana guddisuuf, seera itti fayyadamafi tajaajila tokkoon tokkoo sirna tuqaalee fayyaduuf, hubachuufi shaakaluu akkasumas, kan muuxannoo qaburraa baruudha.