Qaaccessa Fayyadama Afaanii Kitaaba Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 20ffaa

dc.contributor.advisorDheeressaa, Dinqeessaa (PhD)
dc.contributor.authorOljirraa, Tamasgeen
dc.date.accessioned2020-11-16T07:23:09Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:26:02Z
dc.date.available2020-11-16T07:23:09Z
dc.date.available2023-11-30T04:26:02Z
dc.date.issued2019-08
dc.description.abstractKaayyoon qorannoo kanaa fayyadamni afaanii kitaaba Seenaa Hanga Jaarraa 20ffaa keessatti maal akka fakkaatu qaaccessuudha. Kaayyoo kana galmaan gahuudhaaf mala qorannoo akkamtaa gargaarameera. Ragaalee mala funnaansa sakkatta’a dokumaantiidhaan funaanamee dhimma itti bahamee jira. Ragaaleen meeshaa funaanasa kanaan argamees akkaataa duraa duuba isaniin tarreeffamuunxiinxalamee ibsameera. Haaluma kanaan bu’aan qorannoo kanaa akka mul’isuutti, kitaabni seenaa kun rakkoo fayyadama afaanii akka qabu kan mul’isee yoo ta’u, keesummattu, fayyadama jechootaa ergifannaa, jechoota loogaafi jechoota safuu irratti hanqinni bal’aan akka ta’ee mul’isa. Kanaafuu, argannoo qorannoo kanaarratti hundaa’uun yaadni furmaataa kennamees, barreeffama keessatti jechoota ergisaa fayyadamuurra, jechoota afaanichaa fayyadamuu, fayyadamni jechootaa barreeffama keessatti aadaafi duudhaa hawaasaa afaanichaaf ofeeggannoo gochuu akka qabu taa’eera.Hanqina fayyadama jechoota loogaan mul’atanseera afaan waalteessuun, ogeeyyii barnootaafi barattootni akkasumas barreessitootni gaheenurraa eegamuu bahuun guddina afaanichaaf gumaachuun barbaachisaadha.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/23294
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleQaaccessa Fayyadama Afaanii Kitaaba Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 20ffaaen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Tamasgeen Oljirraa.pdf
Size:
570.45 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: