Xiinxala Moggaasa Afaan Oromootiin Jechoota Saayinsawaa Kitaaba Barataa Barnoota Saayisii Waliigalaa Kutaa 7ffaa

dc.contributor.advisorDinqeessaa Dheeressaa
dc.contributor.authorWandimmuu Nagarii
dc.date.accessioned2026-05-22T07:54:49Z
dc.date.available2026-05-22T07:54:49Z
dc.date.issued2017-12-20
dc.description.abstractQorannoon kun xiinxala moggaasa Afaan Oromootiin jechoota saayinsawaa barnoota Saayinsii Waliigalaa kitaaba barataa kutaa 7ffaa xiinxaluu irratti xiyyeeffate.Qorannoon kun mala ibsaa/addeessaa fayyadamuun kan gaggeeffameedha.Maddi ragaalee isaa ammoo madda ragaa tokkoffaafi madda ragaa lammaffaadha.Malli iddattoo filachuudhaaf hojiirra oole ammoo kaayyeeffataadha.Ragaaleen madda lammaffaan sakatta’a dookimeentiin yoo ta’u ragaaleen madda tokkoffaa ammoo af-gaaffii caaseeffamaan walitti qabamuun xiinxalamaniiru.Xiinxala maggaasa Afaan Oromoottif ibsaafi xiinxala afaan alaa, ibsaafi xiinxala afaan Oromoo, yaanni barsiisotaa bal’inaan xiinxalamee jira.Dhuma irratti ragaalee xiinxalaman irratti hundaa’uun argannoo qorannichaa: maleeenya xiinqooqaatiin jechoota afaanuma sana keessa jiran barbaaduun, jechoota saayinsawaa sanaaf hiika dabalataa kennuun, makuun ,jijjiiruun , madaqsuun, moggaasuun, gosoota kutaalee jechaa akkasumas, tooftaalee haammannaa jechoota saayinsaawaa:Tisheessuun, suphuun ergisan, yaasaan, uumuun, mummuruun, kanneen ta’an akka argaman hubateera.Jechoonni saayinsaawaa kitaaba barataa barnoota Saayinsii Waliigalaa argannoo kana keessatti dhiyaatan maddi isaanii afaanota garaa garaa ta’uun dhiibbaa isaan qabiyyee barnootaa irraan gahuufi dhiisuu isaa,akkasumas,argannoo eerame irratti hundaa’uun yaadni furmaataas kennameera.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/8097
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.subjectxiinxala moggaasa Afaan Oromootiin jechoota saayinsawaa barnoota Saayinsii Waliigalaa kitaaba barataa kutaa 7ffaa xiinxaluu irratti xiyyeeffate.
dc.titleXiinxala Moggaasa Afaan Oromootiin Jechoota Saayinsawaa Kitaaba Barataa Barnoota Saayisii Waliigalaa Kutaa 7ffaa
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Wandimmuu_Nagarii_2017_ETD.pdf
Size:
837.11 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: