Xiinxala Adeemsaafi Fakkoommii Sirna Fuudhaafi Heerumaa Oromoo Kamisee

dc.contributor.advisorNagaasaa, Mulugeetaa (PhD)
dc.contributor.authorAddunyaa, Fayyisaa
dc.date.accessioned2018-07-19T08:26:26Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:43Z
dc.date.available2018-07-19T08:26:26Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:43Z
dc.date.issued2016-07
dc.description.abstractKaayyoon qorannoo kanaa adeemsaafi fakkoommii sirna fuudhaafi heerumaa Oromoo Kamisee aanaa Jiillee Dhummuugaa keessatti argaman xiinxaluudha. Qorannoo kana gaggeessuudhaaf waanti qorataa kana kakaase sirna kadhatanii fuudhuu keessatti adeemsi sirna duudhaa kana bareechuuf oolan, akkasumas sirnaa kadhaatii qabee hanga fuudhaatti gosoota fookloorii sirnicha keessatti argaman ergaa afoolawwan cidhaa, fakkoommiwwan uffata aadaa cidhicha bareechuuf oolanii hiikafi ergaa isaan dabarsan, xiinxaluudha. Odeeffattoonii qorannooo kanaa kan irratti hirmaatan jaarsolii, haadhota, shamarraniifi dargaggoota dhiiraa aanaaa Jiillee Dhummuugaa keessa jiraatan keessaa mala iddatteessuu kayyeeffataa( purposive sampling) fayyadamuun filatamanii jiru. Ragaan qorannoo kanaaf oolu funaanuufis, afgaaffiin, daawwannaa dirreefi qaaccessa ragaalee barreeffamaan jiran gargaarameera. Ragaaleen meeshaalee kanneeniin funaanaman akkamtaatti fayyadamuun qaacceeffamanii jiru.Argannoon qorannoo kanaameeshaaleen faayaa kaadhimaan uffattu kan namni biraa hinkeewwaanneefi dhimmuma kaadhimaa qofaaf ooluu isaafi guyyaa cidhaa kan muudaa muudu abbaa hintalaa ta’uu isaa argameera. Mallen kanneenitti gargaaramuun sirni duudhaa kun adeemsa isaa bifa barreeffamaafi viidiyoon waraabamee dhaloota dhufuuf godaanbaa keessa osoo kaawwamee dhaloota dhufuuf aadichiiifi sirnichi akka hinirraaffatamne gargaara. Walumaa galatti qorannoo kana keessatti yaada furmaataa ta’a jedhamee kan kaawwame, jaarsoliin biyyaa, itti gaafatamtoonni aadaafi turizimiifi namoonni dhimma kana irratti qorannoo geggeessan hundi aadaan fuudhaafi heerumaa kana keessatti sirnoonni jiraniifi afoolli akkasumas faayaafi uffanni jiran xiyyeeffannoo itti laatamuun bifa waraabbitiin kaa’amuu qaba.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/9427
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.subjectAdeemsaafi Fakkoommii Sirnaen_US
dc.titleXiinxala Adeemsaafi Fakkoommii Sirna Fuudhaafi Heerumaa Oromoo Kamiseeen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Fayyisaa Addunyaa Urgaa.pdf
Size:
1.94 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: