Xiinxala “Sirna Kallachaa” Oromoo: Aanaa Kuyyuu

dc.contributor.authorTarreessaa, Tolchaa
dc.date.accessioned2019-04-17T11:47:38Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:45Z
dc.date.available2019-04-17T11:47:38Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:45Z
dc.date.issued2018-08
dc.description.abstractQorqnnoon kun Sirna Kallachaa haala qabatamaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuu keessatti adeemsifamu xinxaaludha.Kaayyoon qorannoo kanaa dhaloonni haaraan meeshaa aadaa Oromoo Kallacha irratti waan afaaniin darbaa ture barreeffamaan akka argatan gochuufii sirni Kallchaan raawwatamaa ture alagaan ajjeefame akka deebi’ee fayyu lubbuu itti horuuf yaada dhiyeessuudha.Haaluma kanaan Odeeffannoon qorannichaaf ta’us mala eerummaatiin namoota faayidaa Kallachaa sirna adda addaa keessaat qabu beekan 12 irraa funaanuun gaggeeffame.Dabalataanis, sirna guyyaa guddifachaa aanaa kana deemuun raawwiiwwan raawwataman mara waraabuun xinxaalameera.Haaluma kanaan sirna kam kam irraatti Kallachi akka taajaajilu gartuu hawaasaa gargaaramuurratti hundaa’uun bakka addaa addaatti qooduun ilaalamaniiru.Raawwiiwwan hawwaasaan guyyaa kana raawwataman yeroo sirni kun geggeeffamuu kaasee adeeemsi adeemsifamu hundi hiika (fakkoommii) falaasama gadi fagoo ofirraa qabu. Taajaajila Kallachaa iddoo adda addaatti qabu gosaan hiramees ilaalaameera.Haaluma kanaan, Kallachhi dhimma lubbuun walqabatuun guddifachaa, dabdee hawaasa keessaa hiikuurraati gahee ol aanaa akka qabu bira gahaameera.Kallachi mallattoo aangoo, mallattoo araaraa, mallattoo hormaataa, mallatto safuu, mallattoo nageenyaafi badhaadhinaa ta’uun isaan bu’uura.Gama biraatiin Kallachi eenyummaafi falaasama Oromoo calaqqisiisuurratti ga’ee guddaa akka qaban ilaalameera.Kallacha gara fuulduraatti kana caala akka tajaajilan gochuuf namoonni meeshaaleen aadaa kun isaan bira jirus ta’ee qaamni dhimmi kun isaan illaallatu meeshaa kanarratti akka qorannoon gaggeeffamuufi akka badiif hinsaaxilamne dirqama isaanii ba’uu qabu.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/18011
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleXiinxala “Sirna Kallachaa” Oromoo: Aanaa Kuyyuuen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Tolchaa Tarreessaa.pdf
Size:
689.93 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: