Xiinxala Waldiddaa Asoosama Aarsaa

dc.contributor.advisorSiinqinesh Alamuu (Ma)
dc.contributor.authorDhugumaa Geetahun
dc.date.accessioned2024-01-29T07:56:43Z
dc.date.available2024-01-29T07:56:43Z
dc.date.issued2021-11
dc.description.abstractKaayyoon gooroo qorannoo kanaa waldiddaa asoosama 'Aarsaa' xiinxaluudha. Qorannoo kana qorachuuf kan na kakaase, hangaan qorannoo kitaabicha irratti hojjetame iaaluuf yaaletti gama kanaan qorannoon hojjetame hin jiru. Kanaaf, akaakuu waldiddaa addaan baasuu, qindoomina waldiddaa, jiruufi jireenya hawaasa keessatti maal akka fakkaatuufi Sadarkaalee waldiddaa addaan baasuudha. Qorannoo kana geggeessuufis mala Sakatta'a dookumentiin ragaan kan funaanamedha. Ragaan funaanames mala xiinxala akkamtaan kan geggeeffame yommuu ta'us, xiinxalli bal'aan kaayyoo gooree Bu'uureffatee geggeeffameera. Dhumarratti cuunfaan, argannoofi yaboon kitaaba 'Aarsaa' dhiyaataniiru.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1468
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleXiinxala Waldiddaa Asoosama Aarsaa
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Dhugumaa Geetahun.pdf
Size:
162.41 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: