Xiinxala Waldiddaa Asoosama Aarsaa

No Thumbnail Available

Date

2021-11

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa waldiddaa asoosama 'Aarsaa' xiinxaluudha. Qorannoo kana qorachuuf kan na kakaase, hangaan qorannoo kitaabicha irratti hojjetame iaaluuf yaaletti gama kanaan qorannoon hojjetame hin jiru. Kanaaf, akaakuu waldiddaa addaan baasuu, qindoomina waldiddaa, jiruufi jireenya hawaasa keessatti maal akka fakkaatuufi Sadarkaalee waldiddaa addaan baasuudha. Qorannoo kana geggeessuufis mala Sakatta'a dookumentiin ragaan kan funaanamedha. Ragaan funaanames mala xiinxala akkamtaan kan geggeeffame yommuu ta'us, xiinxalli bal'aan kaayyoo gooree Bu'uureffatee geggeeffameera. Dhumarratti cuunfaan, argannoofi yaboon kitaaba 'Aarsaa' dhiyaataniiru.

Description

Keywords

Citation