Xiinxala Fayyadama Afaanii Asoosama Lookoo

dc.contributor.advisorAmaanu’eel Alamayyoo (PhD)
dc.contributor.authorHaannaa Tarfaasaa
dc.date.accessioned2024-02-23T12:18:45Z
dc.date.available2024-02-23T12:18:45Z
dc.date.issued2021-09
dc.description.abstractKaayyoon qorannoon kana fayyadama afaanii asoosama Lookoo xixaluudha.As keessatti malleen dubbii, jechoonni ergisaa, mammaksonnifi jechamoonni adda baafamuun xiinxalamanii jiru. Qorannoo kana geggeessuuf kan qorattuu kakaasee, muummee kanatti qorannoon mata duree kanaan walqabatan muraasatuu geeggeeffamee jira. Kanarra kahuun qorattuun milkaa’ina hojii kanaaf kitaabni asoosama Lookoo akka madda raga tokkoffaatti tajaajilun ragaan as keesatti aragamu mala sakatta’a dookumentiin sakatta’amee jira.Akkasumas iddattoon akkayyootti dhimma baheera.Malleen dubbii keessaa kanneen akka akkasaa, bakkasaa, nameessuu, eemitii, fa’aa xiinxalamaniiru.Jechoonni afaan Amaraafi Afaan Ingilizii keessaa as keessatti argaman adda baafamuun xiinxalamaniiru. Mammaksonni tajaajila garagaraafi olaan asoosama kana keessatti kan argamani yemmuu tahu, jechamiinnis xiinxalamanii jiru.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/2001
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.subjectLookoo
dc.titleXiinxala Fayyadama Afaanii Asoosama Lookoo
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Haannaa Tarfaasaa.pdf
Size:
183.4 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: