Xiinxala Fayyadama Afaanii Asoosama Lookoo

No Thumbnail Available

Date

2021-09

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Kaayyoon qorannoon kana fayyadama afaanii asoosama Lookoo xixaluudha.As keessatti malleen dubbii, jechoonni ergisaa, mammaksonnifi jechamoonni adda baafamuun xiinxalamanii jiru. Qorannoo kana geggeessuuf kan qorattuu kakaasee, muummee kanatti qorannoon mata duree kanaan walqabatan muraasatuu geeggeeffamee jira. Kanarra kahuun qorattuun milkaa’ina hojii kanaaf kitaabni asoosama Lookoo akka madda raga tokkoffaatti tajaajilun ragaan as keesatti aragamu mala sakatta’a dookumentiin sakatta’amee jira.Akkasumas iddattoon akkayyootti dhimma baheera.Malleen dubbii keessaa kanneen akka akkasaa, bakkasaa, nameessuu, eemitii, fa’aa xiinxalamaniiru.Jechoonni afaan Amaraafi Afaan Ingilizii keessaa as keessatti argaman adda baafamuun xiinxalamaniiru. Mammaksonni tajaajila garagaraafi olaan asoosama kana keessatti kan argamani yemmuu tahu, jechamiinnis xiinxalamanii jiru.

Description

Keywords

Lookoo

Citation