Qaaccessa Kabaja Ayyaana Qaammee Godina Shawaa Lixaa Aanaa Jalduu

No Thumbnail Available

Date

2021-07-01

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Kaayyoon Qorannoo kanaa kabaja ayyaana Qaammee qaaccessuu dha. Malli qorannookanagaggeessuufdhimmaa itti bahame saxaxni qorannoo kanaa akkamtaadha. Malliittidhimmaba’amesmala qorannooibsaati. Malli iddattoo kana iddatteessuu miti carraata’eekaayyeffataafidarbaa dabarsaattidhimmaba’ame. meeshaaleen funaansa ragaafgaafii,mariigaree,daawwannaafi sakatta’a dookimantiiti. Maddi raga qorannoo kanaa madda ragatokkoffaa fi madda raga lammaffaadha. Maddi raga tokkoffaa abbootii,haadholii, shamarraniifi dargaggoota Aanaa Jalduuti. Maddi raga lammaffaa immoo waajjiraaadaafiTurizimiiGodina shawaa lixaati. Ragaalee adeemsa raawwii Ayyaana Qaammee, meeshaaleesirnakabaja ayyaana Qaammee irratti dhimma itti ba’aman, faaya hirmaattonni Qaammeeittiinmiidhagan, ergaa sirboota ayyaana Qaammee, jijjiiramoota fookloorii kabaja ayyaanaQaammee irratti dhufan irratti walitti qabaman sakatta’amanii qaacceffamanii taa’aaniiru.Ayyaanni Ingiccaa adeemsa raawwii mataasaa kan qabu, meeshaaleenaadaaadda addaaayyaana kana irratti itti gargaaraman akka jiru, faayidaa shamarran ittiinofmiidhagsaniiayyaanicha kabajatan akka jiru, sirboonni ayyyaana kanairratti shamarran miira isaanii hundasodaa tokko malee kan ittiin ibsatan fi ergaa adda addaa qaban maatii fi hawaasaaf kan ittiin dabarfatan akka ta’ee, yeroo ammaa kana jijjiiramni karaa adda addaa kan akkaammaayyummaa, amantiin walqabatanii mul’achaa dhufan ayyaana kana akka laaffisanii fi bifadura ture gad lakkissiisan qorannoo kanaan hubatameera. Qaamoleen mootummaa dhimmichiIlaallatu, maanguddoonni, abbootiin gadaa, abbootiin amantaa fi hawaasni abbaa qabeenyaaaadaa kan ta’e, ayyaanni kunduudhaasaa ganamaa eegee kunuunfamee akka itti fufuu ga’eeisaanii osoo ba’anii,akkasumasdargaggoo fi shamarran ammaayyummaan liqinfamanii aadaaisaanii dagachaadeemuurraa of qusatanii, mararfatanii itti fufsiisuun gaarii dha.

Description

Keywords

Citation