Qaacceessa Ergaafi Bu’uura Moggaasa Maqaa Iddoowwanii: Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa Irrtti Kan Xiyyeeffate

dc.contributor.advisorAlamaayyoo, Amaanu’eel (PhD)
dc.contributor.authorAseffaa, Fiqirtee
dc.date.accessioned2019-04-18T08:33:49Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:43Z
dc.date.available2019-04-18T08:33:49Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:43Z
dc.date.issued2017-08
dc.description.abstractKaayyoon qorannoo kanaa qaacceessa maqaa iddoowwanii Aanaa Zuwaay Dugdaa keessatti argamaniidha. Qorattuun Kaayyoo kana galmaan gahuuf mala qorannoo akkamtaatti dhimmaa batee jirta. Odeeffannoonis karaa adda addaatiin funaanamee jira. Mala funaansa odeeffannoo ilaalchisee afgaaffii, daawwannaafi marii garee xiyyeeffannaa walitti qabamee hiikame ibsi itti kennamee qaacceeffamee jira. Qaacceessa moggaasa maqaa iddoowwanii ilaachisee yaada maanguddootaafi namoonni moggaasa irratti hubannoo qaban irraa argameen moggaasni iddoowwanii bu‟uura maqaa namaatiin, maqaa gosaatiin, taateewwaniin, teessuma lafaatiin, waan naannootti baay‟inaan argamuun, bifaan, gosa dhagaatiin, maqaa guyyaatiinfi qaama bishaaniitiin wal qabatanii moggaafamuu isaanii hubatamee jira. Akkasumas iddoowwan moggaasni isaaniitis jijjiirame jiraachuu hubatamee jira. Kun immoo moggaasa hawaasaanis ta‟ee nama dhuunfaan moggaafamu gosa adda adddaa kun seenaa, aadaa, afaan, amantaa, duudhaa, saba, hidda latiins, walumaa galatti jiruufi jireenya hawaasaa barreeffama caalaa kan ibsu ta‟uu isaa irraa hubachuun danda‟amee jira. Kanaafuu wajjirri Aadaafi Tuuriizimii Aanaa Zuwaay Dugdaa, Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Motummaa Aanaa Zuwaay Dugdaafi qaamonni dhimmi kun isaan ilaallatu hundi akka gumaacha godhan qorannoon kun nieera.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/18048
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleQaacceessa Ergaafi Bu’uura Moggaasa Maqaa Iddoowwanii: Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaa Irrtti Kan Xiyyeeffateen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Fiqirtee Aseffaa.pdf
Size:
2.03 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: