Xiinxala Qooddattootaafi Malleen Qooddachiisuu Asoosama Mil'uu Miliquu

dc.contributor.advisorTaaddasee Jaallataa (PhD)
dc.contributor.authorGaaddisaa Dhaabaa Baayisaa
dc.date.accessioned2024-02-19T12:29:27Z
dc.date.available2024-02-19T12:29:27Z
dc.date.issued2021-09
dc.description.abstractKaayyoon gooroo qorannoo kanaa mala qooddachiisuu asoosama "Mil'uu miliquu " xiinxaluudha. Hangan qorannoo mata-duree kana waliin wal fakkaatu ilaaluuf yaaleetti qorannoo muraasatuu geggeeffame. Kanumarraa ka'uudhaan gaaffilee qorannoo kanaa deebisuuf yaaleera. Malli qorannoo kanaa mala akkamtaatti dhimma bahuun yommuu tahuu, mala akkamtaa keessaas miti-carraadha. Mit- carraa keessaa ammoo, mala akkaayyodha. Kunis gaaffilee qorannichaa fakkeenya lamaafi isaa oliin ibsuun xiinxala geggeesseera. Argannoowwan gurguddoon qorannoo kanaa Barreessaan tooftaa qooddachiisuu kallattiifi al-kallattii gargaaramuu, ulaagaa dinagdee, hawaasummaa, xiinsammuu, fudhatama qabaachuu qooddata irraati hundaa'ee qooddachiiseera. Akkasumas, qooddattoonni asoosama kana keessatti hojii hariiroo jaalala, hariiroo hiriyummaa, hariiroo diinummaa akka qaban eerameera. Goobangaleesi, masaannoonnifi qooddattoonni gargaartuu ga'ee isaaniin adda baafamanii jiru.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1855
dc.language.isoen_US
dc.publisherAddis Ababa University
dc.subjectmala qooddachiisuu
dc.titleXiinxala Qooddattootaafi Malleen Qooddachiisuu Asoosama Mil'uu Miliquu
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Gaaddisaa Dhaabaa Baayisaa.pdf
Size:
715.49 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: