Xiinxala Qooddattootaafi Malleen Qooddachiisuu Asoosama Mil'uu Miliquu

No Thumbnail Available

Date

2021-09

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa mala qooddachiisuu asoosama "Mil'uu miliquu " xiinxaluudha. Hangan qorannoo mata-duree kana waliin wal fakkaatu ilaaluuf yaaleetti qorannoo muraasatuu geggeeffame. Kanumarraa ka'uudhaan gaaffilee qorannoo kanaa deebisuuf yaaleera. Malli qorannoo kanaa mala akkamtaatti dhimma bahuun yommuu tahuu, mala akkamtaa keessaas miti-carraadha. Mit- carraa keessaa ammoo, mala akkaayyodha. Kunis gaaffilee qorannichaa fakkeenya lamaafi isaa oliin ibsuun xiinxala geggeesseera. Argannoowwan gurguddoon qorannoo kanaa Barreessaan tooftaa qooddachiisuu kallattiifi al-kallattii gargaaramuu, ulaagaa dinagdee, hawaasummaa, xiinsammuu, fudhatama qabaachuu qooddata irraati hundaa'ee qooddachiiseera. Akkasumas, qooddattoonni asoosama kana keessatti hojii hariiroo jaalala, hariiroo hiriyummaa, hariiroo diinummaa akka qaban eerameera. Goobangaleesi, masaannoonnifi qooddattoonni gargaartuu ga'ee isaaniin adda baafamanii jiru.

Description

Keywords

mala qooddachiisuu

Citation