Qaaccessa Wal-dhabbii Asoosama Gabaabaa "Yeroon Siif Haa Dhiistuu"

dc.contributor.advisorNutmaan Aliyyi
dc.contributor.authorShaamee Usumaan
dc.date.accessioned2024-02-23T06:33:02Z
dc.date.available2024-02-23T06:33:02Z
dc.date.issued2021-09
dc.description.abstractWaraqana qorannoo kun qaccessa wal-dhabbii asoosama Yeroon siif haa dhiistuu irratti xiyyeeffachuun kan geggeeffameedha. qorannoon kun seensa irraa kaasee hanga malaawwan qorannootti boqonnaa tokko jalatti ka'amanii jiru. malli qorannoo dhimma itti ba'ame kunis mala qorannoo akkamtaati.kaayyoon isaa wal-dhabbiiwwan asoosamicha keessatti argaman qaaccessuun kaa'uudha. maddi ragaa qorannoo kana madda ragaa tokkoffaattti fayyadamuun qorannoon kun adeemsifameera. Boqonnaan lama immoo sakkatta'a barruule kan ibsuu, yaadota hayyoota adda addaatiin dhiyaatantu ka'a.Boqonnaa sadii keessatti hubannoo kitaabicha irraa funaaname qaaccessuu kan of keessatti hammateedha.Boqonnaa afur keessatti immoo cuunfaawwan qoronnoo kanaa,yaboo fi wabiileen dhiyaatanii jiru.kana malees qorannoo kanarraa ka'uunis yaadni furmaata qorrattuu kanaan ka'amee jira.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1882
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.subjectwal-dhabbii asoosama
dc.titleQaaccessa Wal-dhabbii Asoosama Gabaabaa "Yeroon Siif Haa Dhiistuu"
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Shaamee Usumaan.pdf
Size:
715.83 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: