Qaaccessa Wal-dhabbii Asoosama Gabaabaa "Yeroon Siif Haa Dhiistuu"

No Thumbnail Available

Date

2021-09

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Waraqana qorannoo kun qaccessa wal-dhabbii asoosama Yeroon siif haa dhiistuu irratti xiyyeeffachuun kan geggeeffameedha. qorannoon kun seensa irraa kaasee hanga malaawwan qorannootti boqonnaa tokko jalatti ka'amanii jiru. malli qorannoo dhimma itti ba'ame kunis mala qorannoo akkamtaati.kaayyoon isaa wal-dhabbiiwwan asoosamicha keessatti argaman qaaccessuun kaa'uudha. maddi ragaa qorannoo kana madda ragaa tokkoffaattti fayyadamuun qorannoon kun adeemsifameera. Boqonnaan lama immoo sakkatta'a barruule kan ibsuu, yaadota hayyoota adda addaatiin dhiyaatantu ka'a.Boqonnaa sadii keessatti hubannoo kitaabicha irraa funaaname qaaccessuu kan of keessatti hammateedha.Boqonnaa afur keessatti immoo cuunfaawwan qoronnoo kanaa,yaboo fi wabiileen dhiyaatanii jiru.kana malees qorannoo kanarraa ka'uunis yaadni furmaata qorrattuu kanaan ka'amee jira.

Description

Keywords

wal-dhabbii asoosama

Citation