Qaacceessa Hariiroo Nyaanni Aadaa Sirnoota Wajjin Qabu: Haala Aanaa Horrootti

dc.contributor.advisorJaallataa, Taaddasaa (PhD)
dc.contributor.authorJabbeessaa, Fiqaaduu
dc.date.accessioned2020-11-20T08:53:55Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:26:08Z
dc.date.available2020-11-20T08:53:55Z
dc.date.available2023-11-30T04:26:08Z
dc.date.issued2019-08
dc.description.abstractKaayyoon qorannoo kanaa, Hariiroo nyaanni aadaa Godina Horroo Guduruu Wallagaa Aanaa Horrroo Sirnoota Wajjin Qaban, qaaccessuudha. Haaluma kanaan, akkaataa qophii nyaata aadaa, hariiroo nyaanni aadaa sirnoota waliin qabu, faayidaa nyaanni aadaa dhala namaatiif qabu, faaruuwwaaniifi eebba yeroo sirni tokko gaggeeffamu jedhamu as keessatti ilaaluu ta’a. Qorannoon kun yommu gaggeeffamu, ija yaaxina aadaafi ija yaaxina aadaa bu’uureffate (folk cultural and cross cultural) kanneen jedhamaniin ilaalame. Malli qorannoon kun itti gaggeeffame mala qulqullinaa (qualitative) yoo ta’u, toftaaleen iddatteessuu qorannichaammoo iddatteessuu akkayyooti. Maloonni funaansa ragaalee hojiirra oolan daawwannaafi af-gaaffiidha. Nyaanni aadaa sirna tokko keessatti barbaadamu sirna biroo keessatti hinbarbaadamu ta’a. Nyaanni erga hojjetamee yeroo dheeraaf turuu danda’u akkuma jiru, nyaanni hojjetamee yeroo gabaabaa keessatti hinnyaatamiin yoo hafe, akka baduu danda’us bira ga’ameera. Nyaanni aadaa kan qopheeffamu sirna tokko ykn ayyaana tokko sababeeffachuun malee, callisee hinqopheeffamu. Nyaanni aadaa hedduun isaa yeroo qopheeffamu, dhadhaan biraa kan hinhafne ta’uu qorannoo kana keessatti yaada furmaataa ta’uu danda’a kan jedhame qoratichaan kaahameera. Kunis, nyaanni aadaa uummata Oromoo biratti beekamoon hedduutu jiru..en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/23419
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleQaacceessa Hariiroo Nyaanni Aadaa Sirnoota Wajjin Qabu: Haala Aanaa Horroottien_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Fiqaaduu Jabbeessaa.pdf
Size:
753.63 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: