Xiinxala Yoomessa Kitaaba Asoosama Dheeraa Suuraa Abdii Irratti Kan Xiyyeeffate

No Thumbnail Available

Date

2023-11-01

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Qorannoon kun yoomeessa asoosama dheeraa suuraa Abdii xiinxaluu irratti kan xiyyeeffateedha. Yoomeessa asoosama dheeraa Suuraa Abdii irratti qorannoo geggeessuuf qorattuu kan kakaaase yoomeessa asoosama biroo irratti qorannoon geggeefamera. Hangan sakatta’etti garuu, yoomeesss asoosama dheeraa Suuraa Abdii irratti qorannoon geggeeffame waan hin argineef qorannoo geggeessee bifa barreeffamaan ol kaa'uuf nakakka'eera. Kaayyoon gooroo qorannoo kanaa yoomeessa asoosama dheeraa Suuraa Abdii xiinxaluudha. Kaayyoon gooree qorannoo kanaa yoomeessa asoosama Suuraa Abdii keessaa Jiran addaa baasuudha. Gosti Qorannoo kanaa gosa qorannoo akkamtaati. Qorannoo kana galmaan ga'uuf malli qorannoo dhimma itti ba'ame mala qorannoo balballoomsaati. Maddi ragaa qorannoon kun ittiin geggeeffame madda ragaa tokkoffaadha. Malli iddatteessuu qorannichaa mala kaayyeffatadha. Malli funaanasa ragaa qorannichaa sakatta'a dokimentiiti. Argannoon Qorannoo kanaan argame immoo gosti yoomeessa asoosama Suuraa Abdii keessa jiruu gosa yoomeessa bakkaf yeroon kan mul'dhatu yoo ta'u haalli qindaa'ina isaa jalqaba, gidduufi xumura kan jedhuudha. Dabalataanis haaxaaleen yoomeessi asoosama Suuraa Abdii iittiin dhihaate addeessuu, Marii, raaguufi duubdeebii ta'uusaa bira ga'ameera. Yaboon qorannoo kanaan ka'ame immoo Asoosamni dheeraa Suuraa Abdii yoomeessa keessaatti yoommuu ilaallu wantoota Sadii ofkeessaa kanqabuudha. Isaanis, yeroo seenaan sun keessatti raawwate, bakka, seenaan ittii raawwatameefi haala hawaasummaa seenaan sun irratti kalaqame fa'a. Kanaafuu haxaalee yoomeessi asoosamni tokko ittiin dhiyaatuuf xiyyeeffanno guddaa osoo kennee gaarii ta’a.

Description

Keywords

Citation