Xiinxala Waldhabbii Asoosama Dheeraa Ilkee Arrabaa

dc.contributor.advisorLataa Fayyisaa (MA)
dc.contributor.authorGammadee Taarreqeny
dc.date.accessioned2024-01-18T08:22:27Z
dc.date.available2024-01-18T08:22:27Z
dc.date.issued2023-11-01
dc.description.abstractKaayyoon gooroo qorannoo kana goosota waldhabbii asoosama dheeraa Ilkee Arrabaa jedhu keessatti argaman adda baasuun qaaccesssuudha.Milkaa'ina kaayyoo kanaafis kitaaba assoosama "ilkee arrabaa"jedhu bifa sakatta'a dokumentiin sakattameera. Qorannoon tokko mala ottiin adeemsifamu qaba.Qorannoo kunis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun kan adeemsifamedha.Akkasumas mala iddatteessuu keessaa immoo miti Carrara(non probability) keessaa akkayyootti fayyadamuun kan geggeeffamedha.Gosoonni waldhabbii asoosama kana keessatti argamanis lakkoofsaan sadiidha.Isaanis:Waldhabbii qooddataafi qooddataa,waldhabbii qooddataafi sammuu isaafi waldhabbii qooddataafi uumamaati.Haaluma kanaan gosoonni waldhabbii kun kaayyoowwan gooree qorattuun kun kaayyeffattee kaate irratti hundaa'uun walduraa duubaan xiinxalamee jira.Dhuma irrattis qorattuun kun guduunfaa,argannoowwaniifi yaadota furmaataa keessee jirti
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1419
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleXiinxala Waldhabbii Asoosama Dheeraa Ilkee Arrabaa
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Gammadee Taarreqeny.pdf
Size:
314.12 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: