Qaaccessa Malleen Dubbii Fi Sureessuu Walaloo ‘Obomboleetti’ Keessatti

dc.contributor.advisorTaliilaa, Xilahuun (PhD)
dc.contributor.authorAlamuu, Sinqinash
dc.date.accessioned2019-08-30T13:07:58Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:50Z
dc.date.available2019-08-30T13:07:58Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:50Z
dc.date.issued2019-06
dc.description.abstractKaayyoo gooroon qorannoo kanaa gosoota malleen dubbiifi sureessuu walaloo ‘Obomboleetti’ keessatti argaman adda baasuu, hariiroo malleen dubbiifi sureessuu ibsuufi gahee malleen dubbiifi sureessuun walaloo ‘Obomboleettii’ keessatti qaban ibsuudha.Milkaa’ina kaayyoo kanaafis kitaaba walaloo ‘Obomboleettii’ jedhu bifa sakkatta’a dookumentiin sakkatta’ameera.Qorannoon tokko mala ittiin adeemsifamuu qaba. Kunis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun qorannoon kun adeemsifameera. Akkasumas iddattoo akkayyootti tajaajilamuun qorannoon kun gaggeeffameera. Gosoonni malleen dubbii walaloo kana keessatti argamanis lakkoofsaan sagali. Isaanis: nameessuu, akkasa, mitihee, iddeessuu, atee, arbeessuu, tuqseefi mallattoo.Gosoonni Sureessuu walaloo kana keessatti argaman immoo sadii.Isaaniis argee, dhageettifi keessoo miiraati. Hariiroo malleen dubbiifi sureessuun qaban keessaatti malleen dubbii galtee sureessuuti.Kanumaan walqabatee malleen dubbii mallattoo,arbeessaafi iddeessi galtee sureessuu argee ta’uun; malleen dubbii akkasaafi arbeessiimmoo galtee sureessuu keessoo miiraati. Akkasumas malleen dubbiifi sureessuun dhimmoota ifatti dubbachuuf rakkisaa ta’an golganii yaadasaa uummata biraan gahuu keessatti gahee olaanaa akka qabu argannoo keessatti eerameera.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/18924
dc.language.isoenen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.subjectKaayyoo gooroon qorannooen_US
dc.titleQaaccessa Malleen Dubbii Fi Sureessuu Walaloo ‘Obomboleetti’ Keessattien_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Sinqinash Alamuu.pdf
Size:
825.77 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: