Qaaccessa Ergaa Sirba Imaanaa Dhalootaa Jedhu Kan Aagaa Hirkoo Bara (2017) Maxxamfame Irratti Kan Xiyyeeffate

dc.contributor.advisorAddunyaa Barkeessa
dc.contributor.authorAyyaanee Waaqbulchoo
dc.date.accessioned2023-12-29T12:52:00Z
dc.date.available2023-12-29T12:52:00Z
dc.date.issued2021-02-01
dc.description.abstractQorannoo kun kan inni irratti gaggeeffame qaaccessa ergaa sirbaImaanaa Dhalootaa jedhu,kan weellisaan Aagaa Hirkoon kan bara 2017 Maxxanfamee irrattidha.Kayyoo qorannichas ergaa sirba Imaanaa Dhalootaa jedhu qaaccessuuyoo ta'u,malli qorannoo kun itti dhimma bahame mala qaronnoo akkamtaati.maddi ragaa qorannichaa maddaa ragaa tokkoffaatti.mallii iddatteessuu qorataan dhimma itti bahe mala Iddatteessuu mitii carraa keessa Akkaayyooti.malli funaansaa ragaa qoranno kanaa sakkatta'a Dokumeenti .Dhuma irratti sirbi ergaa inni dabarsuu kessa humna cimaa waan qabuuf namoonni sirba maxxanfachu barbadaniif ergaa haalayerootiin walqabatu irratti xiyyeeffachuun qopheessani yoo dhiyeessan caalmati filatama akka ta'e ibsamee Jira.
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1313
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleQaaccessa Ergaa Sirba Imaanaa Dhalootaa Jedhu Kan Aagaa Hirkoo Bara (2017) Maxxamfame Irratti Kan Xiyyeeffate
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
2.pdf
Size:
648.25 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: