Qaaccessa Wal Dhabbii Kitaaba Asoosama Dheeraa Furtuu Harmee Irratti Kan Xiyyeeffate

dc.contributor.advisorTaaddasee Jaallataa(PhD)
dc.contributor.authorBishaaqxuu Tarreessaa
dc.date.accessioned2024-02-15T11:51:19Z
dc.date.available2024-02-15T11:51:19Z
dc.date.issued2021-09
dc.description.abstractQorannoon kun kan gaggeeffame waldiddaa asoosama Furtuu Harmee qaacceessuu irratti. Kaayyoon isaas waldiddaawwan asoosama kana keessatti mul’atan gosa gosaan qooduun qaacceessuu, amaloota waldiddaawwan mul’atanii irratti ibsa itti kennuu, waldiddaawwan kun ka’uumsi, finiinsii fi xumurri isaanii eessatti akka ta’e xiinxaluufi barreessaan asoosama kanaa waldiddaawwan jiraniitti fayyadamuun yaada akkamii dabarsuu akka barbaade xiinxaluun dhaamsa isaa lafa kaa’uudha. gosoonni waldiddaa asoosama kana keessatti xiinxalamanii waldiddaa qooddataa fi qooddataa, waldiddaa qooddataa fi uumaa, waldiddaa xiinsammuu yookaan qooddataan mata isaa waliin taasisudha. Dhuma qorannoo kanaa keessattis guduunfaa, argannoowwan akka haalli ijaarsa waldiddaa asoosamichaa faffaca’uu, barreessaan asoosamichaa waldiddaa muraasa qofatti fayyadamuu,sadarkaalee waldiddaa eegamuu dhabuu, waldiddaaleen jiran haala addunyaa dhugaa kan ibsan ta’uu fi yaadni furmaataa kan kaa’amaniidha.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1820
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleQaaccessa Wal Dhabbii Kitaaba Asoosama Dheeraa Furtuu Harmee Irratti Kan Xiyyeeffate
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Bishaaqxuu Tarreessaa.pdf
Size:
450.51 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: