Xiinxala Fayyadama Dubbii Haalawaa Asoosama Eelaa Jireenyaa Keessatti

No Thumbnail Available

Date

2022-09

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Kaayyoon qorannoon kanaa dubbii haalawaa asoosama„‟Eelaa jireenyaa‟‟ xiinxaluu irratti kan xiyyeeffatuudha.Qorannoo kana milkeessuuf qorattuu kanatti kaka‟umsa kan uume; malleen dubbii asoosama Eelaa Jireenyaa keessatti argaman ifa akka ta‟an waan barbaadeef mala qorannoo akkamtaatti dhimma bahuun,kitaaba asoosama Eelaa Jireenyaa akkasumas qorannoowwan biroo kanaan walitti dhiyaatan madda ragaa tokkoffaa fi lammaffaa godhachuun argannoon qorannoo kanaatiis dubbiiwwan haalawaa gosoota isaan kan walaloo kana keessatti itti fayyadame kitaabicha keessatti gosoonni malleen dubbii akkasaa, nameessuu, bakkasaa, atee, mallattoo, sobdhugaa, habalaka fi tuqseetti akka itti fayyadamee barameera. Haata‟u malee barreessaan walaloo kun mala dubbii osoon itti hin fayyadaman dagatee bira darbe jiraachuusaa bira gahameera.Haaluma kanaan maleen dubbii barreessaan kun dhimma itti baheefi utuu hin fayyadamani darbe akka gadifageenyaan ibsamu ni taasfina.Akkasumaas qorannoo kanaaf guduunfaa fi yaadni furmaata lafa ka‟ameera.

Description

Keywords

Citation