Qaaccessa Qabiyyee Haasaa Wal Quunnamtii Daree Barumsa Afaan Oromoo Keessatti Gaggeeffamu: Mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa Haratoo Kutaa 10ffaa Irratti Kan Xiyyeeffate.

dc.contributor.advisorBarkeessaa, Addunyaa (PhD)
dc.contributor.authorAmanuu, Girmaa
dc.date.accessioned2019-04-19T08:27:00Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:46Z
dc.date.available2019-04-19T08:27:00Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:46Z
dc.date.issued2017-08
dc.description.abstractKaayyoon qorannoo kanaa qabiyyee haasaa walquunnamtii daree barumsa Afaan Oromoo keessatti gaggeeffamu qaaccessuudha. Bu’uuruma kanaan qorannoo kana bifa sakatta’a barruulee beektota adda addaatiin barreeffaman hojjechuuf yaadni beektotaa dhimmoota qorataan qaaccesseen wal qabatu sakatta’ameera. Kaayyoon qorannoo kanaas, Haasaa wal quunnamtii daree barumsaa keessaatti gaggeeffamu addaan baasuu, Qabiyyeewwaan haasaa walqunnamttii daree barumsa Afaan Oromoo keessatti gaggeeffamu ibsuufi Haasaa wal qunnamttii daree barumsa Afaan Oromoo keessatti maalfaan akka babala’atan addeessuudha. Akkasumas, malleen qorannoo jalatti odeeffannoon daawwannaa daree barattootaafi bargaaffiin barsiisotarraa argamuun funaaname. Daree hunda galee dawwaannaa daree gaggeessuun waan hindanda’amneef mala iddattoo akkayyootiin daree kudhannaffaa sadetti keessaa daree lama filachuudhaan irratti gaggeeffameera. Ragaan funaaname jechaan waan ta’eef, jechumaan hiikamee mala akkamtaan hiikamee ibsamee taa’eera.. Qorataan kun haaluma kaayyoosaatiin bu’aa qorannoo kanaa ta’anii kan mullatan barattoonni dhimma siyyaasaa amantii,jaalala dhiiraafi durbaa,sanyummaarrattiifi walitti bu’insa barataafi baratarratti gidduutti fiduu danda’an akkasumas,qophiin barataafi barsiisaa itti fayyadama yeroo barnootaa walitti dhufeenya haasaa hin mallee akka uumuu dandauu argameera.Akkasums,qorannoon kuni dhumarratti yaboo( yaada furmaata) ta’a jedhamee yaadame qorannoo kana keessatti hammatameera.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/18068
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleQaaccessa Qabiyyee Haasaa Wal Quunnamtii Daree Barumsa Afaan Oromoo Keessatti Gaggeeffamu: Mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa Haratoo Kutaa 10ffaa Irratti Kan Xiyyeeffate.en_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Girmaa Amaanu.pdf
Size:
1.77 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: