Qaacceessa Rakkoo Afaan Amaaraaqofafayyadamuunwaajiiraa Lee Mootummaa Federaala Itiyoophiyaa Keessatti Mul’atu:Haala Magaala Ciroo

No Thumbnail Available

Date

2008-07

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Kaayyoon Qorannoon kanaa,Dhiibbaa Fayyadama Afaan Amaaraa qofa ta’uun,waaji iraalee mootummaa federaalaa Itiyoophiyaa:Godina Harargee Lixa magaala Ciroo j edhu keessatti maal akka fakkatu qacceessuudha.Qorataan kun ragaalee argamanqaa cceessuuf malaqorannoo makaa(mala akkamtaafi mala hammantaatti)gargaarameeti. Afaan Amaaraa qofa akka afaan hujii Federaalaatti sababni itti hin fudhanneef jireenya afaanota biroo wanta irraanfachiisuufi lammiiwwan muraasa ta’an qofaaf carraan hujii sadarkaa Federaalaattifi dhaabbiilee Federaalaa keessatti argachaa akka jiraatan gochaa wanta jiruufi.AfaanAmaaraan qofa,akka Afaan hujii Federaalaatti hojjechuun isaa mormiin jirachuu,afaanotni biroo akka afaan hujii Federaalaatti itti hojjechuu danda’aman akka jiraatu,AfaanAmaaraa qofa akka afaan hujii Federaalaa godhanii fayyadamuun loogummaa tahu.Kanaaf haala kana tasgab beessuuf ,jijjiirraan afaan hujii Federaalaa akka barbaachisu kan jedhuf,afaanotni a faan hujii federalaa ta’anii filamu qaban .Afaan Amaara,Afaan Oromoo,Afaansumaal eefi Tigiree tahuutu isaan irra jiraata kan jedhu.Fayyadamtoota Afaanii irratti,jijjiirr anAfaan Amaaraa gara Afaan oromoo itti taasifamu rakkoolee hedduun kan guutame edha.fayyadamtoonni sababa Afaanicha kana hinbeekneef,dhiibbaan irran gaha jirac huun isssaf fayyadama afaan Amaaraa qofa tahuun waajjiira feder aalaa keessatti hubannoo argatanii kan dhaqan osoo hin tahin waajjiirichatti rakkatuun kan barame tahu,barreeffamoonni waajjiricha keessaa afaan biroon yookaan afaan oromoon jira achuun dhabamuun argannoo qorannoo kanaati, akkasumasi,Afaan kana fayyadamto on nifi qaamnii biroo warri fayyadaman dhiibbaa waliin dubbiifi barreeffama tahun mullatee jiru,fooyyeessuun akka barbaachisu.Naannoo Oromiyaa keessatti fayyadamt oonni Afaan Oromoon waan Afaan hiikkataniif Afaan kana wallaalaniiniruu, naanno o kanatti afaan waajjiira hujii federalaa afaan Oromoo nama tahu akka qabu gochu,f ayyadama Afaanii(Afaan Amaaraa) waajjiiraalee federal aa irratti dhiibbaa mul’atan maqsuuf qaamni mootummaa federalaa kun iddoo olaanaa qabachuu isaa,waajjiiraa lee fedraalaa keessatti fayya amni,barreeffamaafi dubbiinis, dhiibbaan afaan Amaara a qofa ta’ee,mul’ate waan jiruuf fayya damtoonni afaan naanni chaa qofa beekan rakkoo irraa furamuu qabu kanneen jedhamaan yaboo qorannoo kanaati.

Description

Keywords

Afaan Amaaraa qofafayyadamuun waajiiraa Lee

Citation