Qaaccessa Ergaa Asoosama Dheeraa “Dhiigni Dhiiga Hin Dhabuu”

dc.contributor.advisorSinqinash Alamuu (MA)
dc.contributor.authorAlamii Buusaa
dc.date.accessioned2023-12-29T11:07:26Z
dc.date.available2023-12-29T11:07:26Z
dc.date.issued2021-02-01
dc.description.abstractKaayyoo gooroon qorannoo kanaa qaacceessa ergaa asoosama dheeraa „dhiigni dhiiga hindhabu‟ yoo ta‟u kunis ergaawwaan asoosamicha keessatti argaman adda baasuu, ga‟ee tokkoon tokkoon caacculee asoosamichaa eraaf gumaachaniifi haala qabatamaan hawaasa keessatti mul‟atu asoosama „dhiigni dhiiga hin dhabu‟ jedhu keessatti qaban ibsuudha.Milkaa‟ina kaayyoo kanaafis kitaaba asoosamaa „Dhiigni dhiiga hin dhabu‟ jedhu bifa sakkatta‟a dookumentiin sakkatta‟ameera.Qorannoon tokko mala ittiin adeemsifamuu qaba. Kunis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun qorannoon kun adeemsifameera. Akkasumas iddattoo akkayyootti tajaajilamuun qorannoon kun gaggeeffameera. Gosoonni ergaawwan asoosama keessatti argaman, ga‟ee caacculeen asoosamichaa ergaa dabarsuuf gumaachaniifi haala qabatamaa mul‟atuufi ergaan asoosamichaa hammam akka walgitu akka mul‟atu ibsamera. Kunneen immoo ergaawwan jiran tokkoon tokkoon isaanii bifa siyaasaan, diinagdee, hawaasummaafi haala seenaan kan ibsamaniidha.
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1278
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleQaaccessa Ergaa Asoosama Dheeraa “Dhiigni Dhiiga Hin Dhabuu”
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Kennasaa Kaasahun.pdf
Size:
518.2 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: