Asoosamoota Gaggabaaboo Fayyadamuudhaan Dandeettii Barreeffaama Afaan Oromoo Dubbisuu Gabbisuu (Qorannoo Yaalii Barattoota Kutaa 11ffaa Irratti Gaggeeffame)

dc.contributor.advisorDasaaleny, Dastaa (PhD)
dc.contributor.authorYohaannis, Masarat
dc.date.accessioned2019-04-17T13:28:56Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:43Z
dc.date.available2019-04-17T13:28:56Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:43Z
dc.date.issued2018-11
dc.description.abstractKaayyoo guddaan qorannoo kanaa asoosamoota gaggabaabootti fayyadamuun dubbisa barsiisuun dandeettii barreeffama Afaan Oromoo gabbisuu qorachuu dha. Kanaafis qorannichi mala yaaliin gaggeeffameera. Odeeffannoon qormaataafi afgaaffiin barsiisotaan funaanameera. Qaacesii amamtaa sooft weera spss gargaaramuun independent T- testiin hojetameera. Mala qorannoo kana akka deegaraniif barsiisota afaan oromoo barsiisan ana malee 4 qofaa waan ta’aniif arfan isaaniiyyuu afgaaffiif filatamaniiru. Daree 11ffaaA akka iddattoo akkayyoon filataman isaan immoomala iddattoo carraan bakka lamatti 40 afurtamaan garee yaaliifi garee mitiyaaliitiin qoodamaniiru. kana booda garee lachuufuu qormaata dubbisa yaalii duraa kennameeraaf. Garaagarummaan isaas softweera spss vershina 24 fayyadamuun T-testiin hojjetameera. Qaphxiin isaas (T=0.497 df=78 p=0.621) waan ta’eef garaagarummaan istaatiksiin qabatamaa ta’eirratti hin mul’anne. Kunis Diin akka kooheen Diin ibsutti Effect size 0.1waan ta’eef walitti dhufeenya dadhabaa (weak effect ta’uu isaa agarsiisa) kanaafuu qorattuun garee lamaanuu barsiisuuf itti fufte. Garee yaalii asoosamoota gagabaaboo fayyadamuun dubbisa dubbisuu barsiistee garee mitiyaaliin immoo dubbisa biro barsiiste. Dhumarrattis garee lachuufuu qormaata wal fakkaataan kennameefii qabxiin isaanii sooftweera spss vershina 24 fayyadamuun T testiin akka hojjetameetti (T=2.422, df=78, p=0.018)waan ta’eef garaa garummaan qabatamaan (significant relashin ship)mul’ateera. Kunis p= 0.018 0.05 gadi waan ta’eef. Itti dabalees akka kooheen D ibsutti D=0.54 waan ta’eef ciminni walitti dhufeenya isaanii (moderet effect)ta’uu isaa agarsiisa. Kanaafuu asoosama gabaaboo barsiisuuf itti fufte. Garee yaalii asoosama gabaabaan fayyadamanii dubbisa barachuun gahee akka qabu agarsiisa.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/18024
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleAsoosamoota Gaggabaaboo Fayyadamuudhaan Dandeettii Barreeffaama Afaan Oromoo Dubbisuu Gabbisuu (Qorannoo Yaalii Barattoota Kutaa 11ffaa Irratti Gaggeeffame)en_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Masarat Yohaannis.pdf
Size:
432.95 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: