Qaccessa Qabiyyee Kitaabilee Barataa Kutaa 9ffaafi 10ffaa

dc.contributor.advisorFufaa, Tolamaram (PhD)
dc.contributor.authorTarreessaa, Birraatuu
dc.date.accessioned2019-04-16T07:08:43Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:26:24Z
dc.date.available2019-04-16T07:08:43Z
dc.date.available2023-11-30T04:26:24Z
dc.date.issued2018-08
dc.description.abstractKaayyoon qorannoo kanaa qophiikitaaba barataa barnoota Afaan Oromoo kutaa 9ffafi10ffaqaaccessuudha.Ka’umsi qorannichaa kitaaba barataa kutaa 9ffaa fi10ffaa keessatti hanqinaa isaan qaban adda baasuudha.Galma ga’insa kaayyoo qorannoo kanaatiif sakatta’insa kitaabni barataa kutaa 9ffaa fi1offaa akkasumasbargaaffii basiisan kutaalee kanneen barsiisonni irraa odeeffannoon walitti qabameera .Ragaan argame ammoo malaqorannoo akkamtaafi ammamtaa wal makaa(mala makoo) qaacceffamee ibsamee jira.Ragaan sakatta’insa kitaabaa irraa argame mala akkamtaatiin kan ibsame yoo ta’u, ragaan bargaaffii barsiisot irraa funaaname ammoo mala ammamtaan qaacceffamee jira.Ragaan mala akkamtaa hordufuun funaaname mala qorannoo akkamtaan kan ibsame yammuu ta’u,ragaan mala ammamtaan argame ammoo jalqabarratti barsiisonni bargaaffii tokkoof deebii walfakkaatu kennan adda bahanii erga lakka’amanii booda dhibbeentaan gabatee keessa ka’amanii ibsii fi hiikni ga’aan itti kennamee jira.Ragaalee kana irraa waan hubatamu dhiyaannaa qabiyyee KBAO kutaa 9 fi10 adda bahan hanqina qabaachuu isaaniti.Haqinoonni adda bahanis qabiyyeen irra deddbii ta’u,sadarkaafi umurii barattootaa waliin deemuu dhabuu,qabiyyeen akkaataa walitti fufiinsa qabanii qindoomina dhabuu,dandeettiifi hubannoo barattootaa cimsuurratti hanqina qabaachuu hubatameera.Kanaafuu qopheessitoonni sirna barnootaafi kitaabilee kanneeniif qaamni dhimmichi ilaallatu hundaa dhiyaannaan qabiyyee KBAO kutaa 9 fi 10 ga’oofi hawwatoo ta’anii haala walitti fufiinsa qabuun sadarkaa barattootaa wajjin walgituu akka dana’anitti foyyessuun hojjechuun dhimma barbaachisaa ta’a.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/17949
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleQaccessa Qabiyyee Kitaabilee Barataa Kutaa 9ffaafi 10ffaaen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Birraatuu Tarreessaa.pdf
Size:
291.58 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: