Xinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Matadureen Isaa Arraa Gurbaa Keessatti

dc.contributor.advisorAmaanu‟Eel Alamayyoo (PHD)
dc.contributor.authorSaamu‟Eel Gammachuu
dc.date.accessioned2024-01-03T07:46:45Z
dc.date.available2024-01-03T07:46:45Z
dc.date.issued2014-02-01
dc.description.abstractKayyoo qorannoo kanaa xinxaala fayyadama afaanii asoosama Arraa Gurbaa yoo ta’u Qorannoo kunboqonnaalee afuritti qoodamee kan qoratamedha Boqonna tokko seensa Boqonnaa lama sakatta’a barruu walfakkii fi yaadrimee boqonnaa sadii xinxaala itti Fayyadama afaanii , boqonnaa afur gudunfaa argannoo fi yaada furmaata kun gama afaaniin Xinxaala fayyadama afaanii asoosama tokko keessatti argamu gama afaanii xinxaaluu waan Ta’eef gama kaayyoo bu’uura haalli dhiheenya isaasmaalummaa fayyadama afaanii keessatti Garagaran kan ilaallatu mala akkamtaa fayyadame kan qoratamedha maddi raga qorannoo Kanaa asoosama Arraa Gurbaa yoomuu ta;uu waraqaa qorannoowwan adda adda yoo ta’u Toofta xinxaala ragaalee yaadrimee irratti kan xiyyeeffatedha . sababni isaas qorannoon kun Xinxaala yaadaa malee xinxaala lakkoofsa kan hinhaammanne waan ta’eefi fayyadamni Afaani ogbarruu keessatti ta’ee barreeffama biroo keessatti kan mul’atu waan ta’eef daangaa fi Ogbarruukun immoo of eeggannoo guddaa kan barbaadu waan ta’eef barreessan yeroo dhimma Ttokko barreessu fayyadama afaanii gama dhajechoota , jechoota mallee dubbii himoota keessatti mala qabaachurra darbee ergaan isaa kan hubatamudha.
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1394
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleXinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Matadureen Isaa Arraa Gurbaa Keessatti
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Saamu‟Eel Gammachuu.pdf
Size:
585.8 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: