Xiinxala Itti Fayyadama Jechootaa Kitaaba Asoosamaa Galfata Irratti Kan Xiyyeeffate
dc.contributor.advisor | Dinqeessaa Dheeressaa (PhD) | |
dc.contributor.author | Alamnash Adimaasuu | |
dc.date.accessioned | 2024-01-03T07:42:18Z | |
dc.date.available | 2024-01-03T07:42:18Z | |
dc.date.issued | 2021-06-01 | |
dc.description.abstract | Qorannoon kun xiinxala fayyadama jechootaa kitaaba asoosamaa ‘Galfata’ jedhu xiinxaluudha. Kaayyoo kana galmaan gahuudhaaf mala qorannoo akkamtaa gargaarameera. Ragaalee mala funnaansa sakkatta’a dokumaantiidhaan funaanamee dhimma itti bahamee jira. Ragaaleen meeshaa funaanasa kanaan argamees akkaataa duraa duuba isaniin tarreeffamuun xiinxalamee ibsameera. Haaluma kanaan bu’aan qorannoo kanaa akka mul’isuutti, kitaabni asoosamaa kun rakkoo fayyadama afaanii akka qabu kan mul’isee yoo ta’u, keessummattu, fayyadama jechootaa ergifannaas, jechoota loogaafi jechoota safuu irratti hanqinni darbee darbee ni mul’ata. Kanaafuu, argannoo qorannoo kanaarratti hundaa’uun yaadni furmaataa kennamees, barreeffama keessatti jechoota ergisaa fayyadamuurra, jechoota afaanichaa fayyadamuu, fayyadamni jechootaa barreeffama keessatti aadaafi duudhaa hawaasaa afaanichaaf ofeeggannoo gochuu akka qabu taa’eera. Hanqina fayyadama jechoota loogaan mul’atan seera afaan waalteessuun, ogeeyyii barnootaafi barattootni akkasumas barreessitootni gahee nurraa eegamuu bahuun guddina afaanichaaf gumaachuun barbaachisaadha. | |
dc.identifier.uri | http://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1390 | |
dc.language.iso | or | |
dc.publisher | Addis Ababa University | |
dc.title | Xiinxala Itti Fayyadama Jechootaa Kitaaba Asoosamaa Galfata Irratti Kan Xiyyeeffate | |
dc.type | Thesis |