Xiinxala Hiika Mallattoolee Aadaa Haala Ittifayyadamaa Keessatti Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Habaaboo Guduruu

dc.contributor.advisorAlamaayyoo, Amaanueel (PhD)
dc.contributor.authorLaayyoo, Qixxeessaa
dc.date.accessioned2018-07-19T10:05:59Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:26:10Z
dc.date.available2018-07-19T10:05:59Z
dc.date.available2023-11-30T04:26:10Z
dc.date.issued2008-07
dc.description.abstractQorqnnoon kun xiinxala hiika mallattoolee aadaa haala ittifayyadamaa keessatti Godina Horroo Guduruu aanaa Habaaboo Guduruu keessatti muul‟atu qaaccessuu irratti kan xiyyeeffatedha. Dabalataanis, sirnoota guyyaa ayyaana garagaraa kan akka irreessaa, cidhaa, ayyaana waggaa, sirna da‟umsaa, milkii ilaallachuu, abjuu hiikkachuu, haasbarruu aanaa Habaaboo Guduruu keesstti raawwataman irratti odeeffannoowwan namoota hiika mallattoolee beekan 33 irraa argaman yaadannoo dhuunfaafi suuraan qabachuun qaacceffameera. Haaluma kanaan mallattooleen funaanaman kun maal maal akka ta‟an, hiika isaanii gosa gosaanfi akkaataa itti mallattooleen kun itti hiika argatan bakka addaa addaatti qooduun ilaalamaniiru. Kana malees, mallattooleen kunniin jireenya hawaasaa guyyuu keessatti gargaaramanis ibsameera. Mallattooleen aadaa hiika (fakkoommii) falaasama gadi fagoo xinsammuu hawaasaan walqabatan qabu. Qorannoo kana keessattis mallattooleen aadaa hawwaasaa ibsan hiika maalii akka qaban qaacceffameera. Mallattoolleen aadaa eenyummaa, siyaasa, dinagdee, hawaasummaa, xinsammuufi falaasama Oromoo calaqqisiisuu irratti ga‟ee guddaa akka qaban ilaalameera. Mallattoolee kanneen gara fuulduraatti kana caalaa akka tajaajilan gochuuf namoonni dhuunfaa fi dhaabbileen dhimmi illaallatu marti qorannoon gaggeessuun badiirraa oolchuun dirqama isaanii ba‟uu qabu.Seenaan qorannoo mallattoolee aadaa biyya keessatti seenaa yeroo dhiyooti. Haata‟u garuu ammayyuu cimanii hojjennaan qaba. Gowwaan isa darbeef boo‟a; gamni isa dhufuuf boo‟a akkuma jedhan isa duraan hojjetamuu dide komachuu dhiifnee ammumaa haa qorannuen_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/9461
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.subjectMallattoolee Aadaa Haala Ittifayyadamaa Keessatti Godina Horroo Guduruuen_US
dc.titleXiinxala Hiika Mallattoolee Aadaa Haala Ittifayyadamaa Keessatti Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Habaaboo Guduruuen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Qixxeessaa Laayyoo.pdf
Size:
2.17 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: