Qaaccessa Kitaaba Asoosamaa Ilillii Ededarraa Irratti Kan Xiyyeeffate.

dc.contributor.advisorBiniyaam Jambaree(PhD)
dc.contributor.authorLeensee Fiixumaa
dc.date.accessioned2024-01-29T07:57:21Z
dc.date.available2024-01-29T07:57:21Z
dc.date.issued2021-11
dc.description.abstractQorannoon kun kan geggeeffame yoomessa asoosama"Ilillii Ededarraa" qaaccessuu irratti. Kaayyoon goorroo qorannoo kana yoomessa asoosama Ilillii Ededarraa qaacceessuudha. Kaayyoon gooree immoo haalonni yoomessi ittin mul'atan kanneen akkamii akka ta'an addaa basaanii ibsuu, gochoota yoomessicha keessatti rawwaataman ibsuu akkasumaas faayidaa yoomessi dubbisaaf qabu ibsuudha. Malli qorannoo kana hojjechuuf dhimma itti bahaame mala qorannoo akkamtaadha. Dhuma qorannoo kana keessatti cuunfaa, argannoowwaan haala yoomeessi itti mul'atan barreessaan asoosamicha yoomessa muraasatti fayyadamuun haala addunyaa dhugaa kan ibsuu ta'ufi yaanni furmaata kan ka'aamanidha.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1469
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleQaaccessa Kitaaba Asoosamaa Ilillii Ededarraa Irratti Kan Xiyyeeffate.
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Leensee Fiixumaa.pdf
Size:
346.16 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: