Waallee Daldalaa: Qaacceessa Fayyadama Afaaniioomishaaannaniififoonii Magaalaa Sulultaafi Naannoo Ishii Irratti
No Thumbnail Available
Date
2019-08
Authors
Journal Title
Journal ISSN
Volume Title
Publisher
Addis Ababa University
Abstract
Qorannoo Kun Kangeggeeffame, Waallee daldalaa: Qaaccessa Itti fayyadama Afaanii Oomisha Aannaniifi Foonii Magaalaa Sulultafi Naannoo Ishee Irratti.Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa inni guddaan,Qabiyyee itti fayyadama afaan daldalaa iddoo kanaa qaacceessanii kaa’uudha.Kayyoo kana galmaan gawuuf,mallii orannoo dhimmaa itti bahame,mala qorannoo ‘Akkamtaati’.Kana fiixaan baasuufis,malafilmaata iddaattoo darbaa darboo kaayeeffataa bu’uura godgachuun odeeffannoowwan barbaachisoota’an madda ragaa tokkoffaafi lammaffaa irraa argamaniidha.Maddi raga tokkoffaa, namoota hojii daldalaa kanarratti hirmaacha jiran,hoggantoota waajjira Daldalaafi industrii, Waaajjira Galii,Waajjira bulchiinsa Lafa Baadiyyaati.Madda odeeffannoo lammaffaa kan ta’an ammoo,namoota jechuun,manguddoota idée kana keessa yeroo dheeraaf turaniifi waa’ee dhimmaa kanaa gadi fageenyaan beekan, muuxannoofi beekumsa gaha qaban, dookumantota waajira Aadaafi Turiizimiifi waajjira galii,akkasumas,namoota lafa isaanitirraa buqa’aniifi gabaatti argamanii aannaniifi foon bitachuuf argaman,dabalatanis, dookumantii Waajjira bulchiinsa magaalatirraa argama sakattaa’uufi afgaaffiifi dawwannaaa godhamerraa argamanii qindaa’aniidha. Ragaaleen kunneenis,karaalee meeshaaleefunaansa odeeffannoo,daawannaa, keessatti hirmaannaafi xiyyeeffanoomariigaree,sakatta’adookumantiiwaajjiraaleekeessaaargamangargaaramuun walitti kan qabamanidha.Daldala keessatti, jechoonni himeeliin, waalleen waliigaltee namootaa uumuuf jiran maal akka fakkaataan,karaalee kamiinis akka dhihaatanii dhaamsa dabarsan,fakkeenya fakkeenyaan dhiyaatee qabiyyeen isaanii qacceeffamuun kan qindaa’eedha.Akka qabiyyeet, kanneen tajaajila kenna turaniifi kan kennnaajiran haala, akkaataa,yeroofi iddoo itti tajaajilan,maaliif maal dhamsachuuf akka dhiyaataan waan qabaniif, hawaasni garaa garaa karaalee adda addaafi walfakkaataa ta’eenis kan itti fayyadamaniidha, itti fayyadamaas turaniidha. Yaa ta’uutii, itti fayyadama waallee bifa adda addaa qabu kana ,qajeelfamni yookiin mul’istuun karaa wal fakkaataa ta’eqabsiisuufi barsiisu waan hinjirreef, itti fayyadama afaanii sirrii ta’eefi qulqullina qabaatee waa’ee dhimma kanaa, aadaa, muuxannoohawaasaa, safuufi beekumsa dhugaa, afaan isaatiin barsiissu qindeessaniibifa barreeffamaan dhaloota dhufuufi kanuma jiraniifillee barreessanii olkaa’uun, akka irraa baratan gochuun, barbaachisaadha;amaanaas kan qabuudha.