Qaacceessa Yoomessaafi Waldhabbii Asoosama Hiree Jal‟ Atte

dc.contributor.advisorLataa Fayisaa
dc.contributor.authorLeensee Tasfaa
dc.date.accessioned2024-02-15T11:32:37Z
dc.date.available2024-02-15T11:32:37Z
dc.date.issued2022-09
dc.description.abstractQorannoon kun kaayyoo isaa inni ijoon asoosama Hiree Jal'atte jedhu keessatti caacculee asoosamaa jiran keessaa yoomessaafi waldhabbii maal akka fakkaatu qaaccessuu irratti xiyyeeffata.Qaaccessa godhamu kana keessattis wantonni ka'an;akaaku yoomessa asoosama kana keessatti argaman tarreessufi akaakuwwan waldhabbii asoosama kanaa keessatti argaman tarreessuufi walitti hidhaminsa yoomessaafi waldhabbii faayidaa maali akka qabu ifoomsuu fa'i.Qorannoo kana rawwachuuf malli qorannoo itti dhimma bahe mala qorannoo akkamtaati.Maddi ragaa qorannoo kanaas madda ragaa tokkoffaafi madda ragaa lammaffaa yoo ta'u,isaanis kitaaba asoosama Hiree Jal'atteefi barruulee addaa addaa sakattaa'uudhani.Qorannoon kun qaaccessa keessatti kutaa lamaan dhiyaate.kutaan kunis qaaccessa yoomessaafi waldhabbii asoosama Hiree Jal'atte isa jedhu yammuu ta'u,boqonnaa lammaffaa keessatti yaaxinni haayyota adda addaa eeramera.Yaadota kana bu'uura godhachuudhaan boqonnaan sadii xiinxalameera.Argannoon qorannoo kanaa ergaan asoosama Hiree Jal'tte keessa jiru irra caala yoomessaafi waldhabbii irratti bu'uuree kan jiru ta'uun hubatameera.kana malees barreessaan asoosamichaa yoomessifi wal dhabbiin addunyaa dhugaa akka ibsan dhimma itti ba'eera.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1808
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleQaacceessa Yoomessaafi Waldhabbii Asoosama Hiree Jal‟ Atte
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Leensee Tasfaa.pdf
Size:
451.42 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: