Xiinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Dheeraa Imaanaa Imaltuu

dc.contributor.advisorAmaanu'eel Alamaayyoo (PhD)
dc.contributor.authorMalkaamee Fufaa
dc.date.accessioned2023-12-29T12:35:57Z
dc.date.available2023-12-29T12:35:57Z
dc.date.issued2021-09
dc.description.abstractQorannoon Kun Xiinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Imaanaa Imaltuu irratti kan xiyyeeffateedha.Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa haala itti fayyadama afaanii barreessaan Asoosamaa Imaanaa Imaltuu itti gargaarame xiinxaluudha. Kaayyoo qorannoo kanaa galmaan gahuuf malli qorannoo dhimma itti baane mala qorannoo akkamtaati. Maddi ragaa qorannoo kanaa madda ragaa tokkooffaa kitaaba asoosama Imaanaa Imaltuudha. Meeshaan funaansa ragaa qorannoo kana gaggeessuuf dhimma itti baahe kitaaba asoosama kana dubbisuu yaadannoo fayyadamuudha. Argannoon qorannoo kanaan argames, kitaaba kana keessatti sirna qubeessuu, itti fayyadama jechoota Ergisaa, itti fayyadama jechoota loogaa, itti fayyadama filannoo jechootaafi waantoonni kana fakkaatan kan ilaalameedha. Boqonnaa afuritti keessatti cuunfaa argannoofi yaada furmaata qabatee kan dhiyaateedha. Walumaa galatti qorannoon kun boqonnaa afuritti qoodame dhiyaate.
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1302
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleXiinxala Itti Fayyadama Afaanii Asoosama Dheeraa Imaanaa Imaltuu
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Malkaamee Fufaa.pdf
Size:
491.33 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: