Xiinxala Fayyadama Afaaniifi Waldhabbii Asoosama Dheeraa “Gumaa Galaatee”

dc.contributor.advisorTolamaaram Fufaa (PhD)
dc.contributor.authorAsteer Getaachow
dc.date.accessioned2024-01-18T08:21:03Z
dc.date.available2024-01-18T08:21:03Z
dc.date.issued2023-11
dc.description.abstractQorannoon kun boqonnaalee shan kan of keessaa qabu yoo ta‟u, boqonnaa tokko seensa, boqonnaan lama, sakatta‟a barruuwwanii, boqonnaan sadi malleen qorannoo, boqonnaan afur, qaaccessa ragaaleefi boqonnaan shan guduunfaa, argannoofi yaboo kan of keessaa qabaniidha.Kaayyoo gooroon qorannoo kanaa xiinxala fayyadama afaanii asoosama Gumaa Galaatee, yoo ta‟u kunis tokkoon tokkoo fayyadama afaaniifi waldhabbiiwwan asoosamichati. Kun immoo tokkoon tokkoon fayyadama afaanii sadarkaa jechootaa kan ta‟an jechoota ergisaa, jechoota loogaa, jechoota walfakkiifi kkf qaacceffaniru. Gama waldhabbiin immoo waldhabbiiwwan asoosamichaa, waldhabbii keessoo ykn xinsammuu, waldhabbii namaafi namaa, waldhabbii namaafi uumaa, waldhabbii namaafi uumama jchuun adda ba‟uun qaacceeffamniru.Milkaa‟ina kaayyoo kanaafis kitaaba asoosamaa „Gumaa Galaatee‟ jedhu bifa sakkatta‟a dookumentiin sakkatta‟ameera.Qorannoon tokko mala ittiin adeemsifamuu qaba. Kunis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun qorannoon kun adeemsifameera.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1418
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleXiinxala Fayyadama Afaaniifi Waldhabbii Asoosama Dheeraa “Gumaa Galaatee”
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Asteer Getaachow.pdf
Size:
617.24 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: