XIINXALA HAALA DHIYAANNAA AFOOLA OROMOO, KITAABA BARATAA BARNOOTA AFAAN OROMOO KUTAA 9ffaa FI 10ffaa

No Thumbnail Available

Date

2018-08

Journal Title

Journal ISSN

Volume Title

Publisher

Addis Ababa University

Abstract

Qorannoon kun xinxalaa haala dhiyaannaa afoolaa kitaaba barnnootaa Afaan Oroomoo kutaa sagaliifi kudhanii irratti xiyeefata. Ka’umsi qorannoo kanaas, afoolli Oromoo akkuma qabiyee afaanii, ogummaa afaaniifii afoola haala itti kitabilee barnoota afaanii keessaatti dhiyaatu kan mataa isaa danda’e kan barbaadudha.Haaluma kanaan haala dhiyaannaa afoola kitaaba barnootaa Afaan Oromoo kutaa sagaliifi kudhanii keessa jiru ilaalchisee ciminnaafii hanqina jiru adda baasuudha.Kaayyoowwan gooreeqorannoo kanaa keessa inni tokko sadarkaa kutaa sagaliifi kudhanii gorowaan afoolaa kitaaba barnoota afaanii keessatti haala kamiin dhiyaachu akka danda’aamu adda baasudha. Qorannoo kana gaggeessuuf immoo malla qoranno akkamtaattn (qualitative research method) hojii irra oolee jira.Mala kana bu’uuraa taasifachuunodeeffannoo funaanuun mata duree qoranoo waliin walsimatu kanneen akka qacceessa qabiyee kitaabaa, afgaaffifi dawwannaa daree gargaaramuun ragaleen qorannicha funnanamaniiru.Odeefannoo funaannamaniis akkaataa walitti dhiyeenya isaanittin qoqqoduun qacefamaniiru.Haaluma walfakkaatuun qorannoon fafacca’insaafii dhiyaanna afoolaa boqonaalee kitaabilee lamaan hunda keessaaf gilgaloonni afoolaan walqabatanii jiraan kan qaccefamaniidha. Bu’aaleen qorannichaan argamaan akka mul’ataniitti afoolli kitaaba afaanni keessaatti baranoon jirachuun ogummawwan gurgudoo afaanii, hiika jechootaafi caasluga ittiin dhiyeesuurratti hanqina qabaachuutu mul’ata. Gilgaaloonni kitaaba barnoottaa kana keessatti argamaan akkaataa dhiyaachuu qabaniin kan hin dhiyaannee ta’uu agarsiisa. Gilgaaloonni afoolaan walqabataan kitabilee kanneen keessaa jiraan akkaataa sirna barnootaa fooya’aa ta’een, qajeelchi barsiisaafi kitaabnii barnootaa afaani haala dhiyaanna waliigalteen akkaataa afoola hunda hirmachisuun, akka gosa barnootaa tokkootti osoo qopha’ee kan jedhuufii yeroo kitaabinni barnootaa afaanii qopha’u immoo dhimmi barnootaa dhimma xiyeefannoo barbaadu waanta’eef qaamota adda addaa dandeettii kana qaban waal dorgomsiisuun irratti akka hirmaataan ta’ee osoo qopha’e kanneen jedhuun yaboo jalatti ibsameera.

Description

Keywords

Citation