Qaaccessa Qaboo Yaa’ii Waajjiraalee Mootummaa Aanaa Adaabbaa

dc.contributor.advisorAlamaayyoo, Amaanueel (PhD)
dc.contributor.authorQaabatootiin, Guddataa
dc.date.accessioned2018-07-19T09:04:21Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:26:15Z
dc.date.available2018-07-19T09:04:21Z
dc.date.available2023-11-30T04:26:15Z
dc.date.issued2008-07
dc.description.abstractQorannoon kun, qaaccessa qaboo yaa’ii waajjiraalee mootummaa Aanaa Adaabbaa irratti xiyyeeffata. Qaaccessi taasifames, amalaafi qabiyyee unka qaboo yaa’ii irratti kanhundaa’eedha.Kaayyoo qorannoo kanaa galamaan gahuuf, malli qorannoo akkamtaa dhimma itti bahameera.Sababni isaas,odeeffannoowwan sassaabaman hundinuu jechootaan waan ibsamaniif. Qorannoo kana gaggeessuufis ragaaleen galmee waajjiraalee mootummaa kudhan irraa walitti qabamanii qaacceffamanii jiru.Haaluma qaaccessa ragaalee kana irraa hubatametti, waajjiraaleen mootummaan Aanaa Adaabbaa, qaboo yaa’ii yemmuu qopheessan, amalaafi qabiyyee qaboo yaa’iirratti hanqina akka qabanitu hubatame. Hanqinnoonni isaan biratti argamanis qulqullina barreeffamaatiin walqabatee, sirna tuqaaleefi qubguddeessa qaboo yaa’ii keessatti seeraan dhimma itti bahuu dhabuu, jechoota seerraan qubeessuu dhabuu,dhamjechoota afaanicha keessatti hirkatoo ta’an, akka dhamjechoota walabaatitti jechoota irraa siksuun barreessuu , jechoota walfaanaa hiriiranii qaama isaan irra bal’aa ta’e barreeffamicha keessatti uuman karaa irra deddeebii yaadaa agarsiisaniifi karaa walsimannaa hinqabneen hiriirsuu yemmuu ta’an, gama iftoominaa, qindominaatiifi dhugummaa yaadaatiinis hanqinni nimul’ata. Kanamalees, qaboo yaa’ii tokko qabiyyeewwan hammatuu qabu hundaa hammachuu dhabuunis qaboon yaa’ii waajjiraalee kana keessatti akka hanqinnaatti wanta ilaallameedha.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/9438
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.subjectQaboo Yaa’ii Waajjiraaleeen_US
dc.titleQaaccessa Qaboo Yaa’ii Waajjiraalee Mootummaa Aanaa Adaabbaaen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Guddataa Qaabatootiin.pdf
Size:
1.14 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: