Waraqaa Qorannoo Ulaagaa Digirii Lammaffaa (M.A) Gamisaan Guuttachuuf Qophaa'ee Muummee Afaan Oromoo, Og-Barruufi Fookloorlif Dhlyaate

dc.contributor.advisorNagaasaa, Mulugeetaa (PhD)
dc.contributor.authorKurmaanaa, Korree
dc.date.accessioned2019-06-14T06:58:23Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:25:49Z
dc.date.available2019-06-14T06:58:23Z
dc.date.available2023-11-30T04:25:49Z
dc.date.issued2015-08
dc.description.abstractQorannoon kun Godina Horroo Guduruu Aanaa Jimmaa Raareetti, "Xiinxala Sirna Araara Waaqayyoo Baasuu" irratti kan xiyyeejJatedha. Kaayyoon qorannoo kanaa araara Waaqayyoo baasuun maal akka ta' e hubaehuuf xiinxala gaggeessuu yoo ta 'u, sababiin qorannoon kun akka gaggeejJamu ta 'es aanaa kana keessatti araara Waaqayyoo baasuun hafaa waan dhufeeji. Dhimma kana hubaehuujis ragaaleen yookiin odeejJannoon afgaafJiifi daawwCl:nnaatiin walitti qabamaniiru. OdeejJannoon walitti qabamanis namoota naannoo waa 'ee duudhaa Oromoo sirriitti beekan, baay 'inni isaanii kudha lama kan ta 'an irrati. Ragaaleen kun walitti qindaa 'uun erga ibsamanii booda argannoowwan mul'atan keessaa araara Waaqayyoo baasuu dhiisuun namoota uumaa waliin kan walitli buusu ta 'ee argamuun isaa mul 'ateera. Akkasumas namoonni jireenya isaanii keessatti safuu eeguu yoo dhiisan, eubbuu yoo hojjetaniifi hawaasa keessatti wanta fudhatama hin qabne yoo ra awwatan walitti dhufeenyi uumaaji uumama giddull jiru laafuu akka danda 'uUi fudhatamuun isaa mul 'ateera. Kanaafuu, duudhaan araara Waaqayyoo baasuu bal 'inaan qoratamee uummanni Oromoo naannoo kanaa sirnaan akka itti gargaaramuu danda 'u gadi fageenyaan xiinxalameera.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/18513
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleWaraqaa Qorannoo Ulaagaa Digirii Lammaffaa (M.A) Gamisaan Guuttachuuf Qophaa'ee Muummee Afaan Oromoo, Og-Barruufi Fookloorlif Dhlyaateen_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Korree Kurmaanaa.pdf
Size:
22.39 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: