Qaacceessa Uruursa (Sossoba) Daa’immanii Godina Arsii Aanaa Hexxosaa Irratti Kan Xiyyeeffate.

dc.contributor.advisorDr.Taaddasaa Jaalataa
dc.contributor.authorTaaddalach Tulluu
dc.date.accessioned2024-02-15T11:27:41Z
dc.date.available2024-02-15T11:27:41Z
dc.date.issued2021-11
dc.description.abstractKaayyoon qorannoo kanaa uruursa daa‟immani xinxaluu dha. Kaayyoo kana galmaan gahuuf maloota qorannoo keessaa mala qorannoo akkamtaatti dhimma bahe jira. Qoranicha gaggessuuf odeffannoowwan qorannoo kanaaf barbaachisan gandoota sadii aanaa kana keessatti argaman irraa afgaffi, mariigareefi daawwannaadhaan guuruun jechaan (akkamtaatiin) qaacceeffamani ijiru. Dhumarrattis, cuunfaa, yaboon ka‟aamani jiru.Uruursidaa‟immani kun yoomessaawwan kan akka boyuu dhorguu, nyaata nyaachisu, jaalala daa‟imaaf qaban ibsachuu, daa‟imman ajaja maatii akka fudhatuuf, tooftaan ergachuufi kanneen birootif. Kan ururfaman ta‟uu fi gosonni urursaatis bakka lamatti akka qoodaman odeffannoo mala garagaraatin gurrrame xinxalame irraa hubatame jira. Kana malees urursi daa‟immani qabiyyee adda addaa akka qabuufi daa‟immanifis ta‟e haadholiif faayidaa akka qabu odeffannoo kallatti gara garaa irraa guurame xinxalameen hubatame jira. Kanaaf urursi daa‟imani kun faayidaa heddu waan qabuuf, yeroo amma kana garuu dagatamaa waan jiruuf qaamnni dhimmi ilaalatu hundi afwalaloowwan urursaa kanaa walitti qabuun dhaloota dhufuuf akka dabarsu qorannoon kun nieera.
dc.identifier.urihttps://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1800
dc.language.isoor
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleQaacceessa Uruursa (Sossoba) Daa’immanii Godina Arsii Aanaa Hexxosaa Irratti Kan Xiyyeeffate.
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Taaddalach Tulluu.pdf
Size:
1.59 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: