Xiinxala Jaargocha Asoosamaa Dheeraa Gaadii

dc.contributor.advisorFilee Jaallataa( PhD)
dc.contributor.authorAbdii Taayyee
dc.date.accessioned2024-01-03T07:48:21Z
dc.date.available2024-01-03T07:48:21Z
dc.date.issued2021-09
dc.description.abstractQorannoon kun Xiinxala jaargochaa asoosama dheeraa gaadii irratti kan adeemsifameedhe. Kunis boqonnaa shanitti qoodamee kan dhiyaatedha. Innis boqonnaa tokko keessatti seensa, Seenduubee qorannichaa, Ka'umsa qorannichaa, Kaayyoo qorannichaa jelatti; kaayyoo gooroofi kaayyoo gooree qorannichaa daangaa qorannichaafi hanqina qorannichaa qabatee kan dhiyaateedha. Boqonnaa lama jelatti immoo sakatta'a barruu yaadrimeefi sakatta'a qorannoo walfakkiitu dhiyaate. Sakatta'a barruu yaadrimee jelatti ibsa ogumaa, maalummaa ogbarruu, faayidaa ogbarruu, gosoota ogbarruu, gosoota ogbarruu barreeffamaa, maalummaa asoosamaa, ibsa asoosama dheeraafi gabaaba, caacculee asoosamaa jranu, maalummaa jaargochaa, caasaalee jaargochaa kanneen akka saaxiala, olka'insa, bantimiir, sigigoo, furmaatafi qorannoowwan walfakiitu keessatti dhiyaate. Boqonnaa sadii keessaatti malaawwan qorannichaatu dhiyaate. Boqonnaa afur keessatti xiinxalaafi hiika ragaaleetu dhiyaate. Innis jaargochi asoosama dheeraa gaadii keessaa kanneen boqonnaa lama keessatti eeraman tokko tokkoon kan dhiyaataniidha. Boqonnaa shan keessatti yaadolee muraasa kanneen akka cuunfaa, argannoofi yaada furmaatatu dhiyaate. Walumaa galatti qorannoon kun boqonnaawwan shanitti qoodamee kan dhiyaatedha.
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/1396
dc.language.isoen_US
dc.publisherAddis Ababa University
dc.titleXiinxala Jaargocha Asoosamaa Dheeraa Gaadii
dc.typeThesis

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Abdii Taayyee.pdf
Size:
458.13 KB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Item-specific license agreed to upon submission
Description: