Qaccessaa Fayyadama Afaanii: Qabiyyee Faaruu Goota Dhugumaa Jaldeessoo Keessatti

dc.contributor.advisorBarkeessaa, Addunyaa (PhD)
dc.contributor.authorTamasgeen, Dirribachoo
dc.date.accessioned2019-04-16T06:50:12Z
dc.date.accessioned2023-11-30T04:26:23Z
dc.date.available2019-04-16T06:50:12Z
dc.date.available2023-11-30T04:26:23Z
dc.date.issued2018-08
dc.description.abstractQorannoon tokko yemmuu gaggeeffamu kaayyoo mataasaa qaba. Kaayyoo gooroon qorannoo kanaas fayyadama afaanii faaruu goota Dhugumaa Jaldeessoo qaacceessuudha. Qorataanis gooni Dhugumaa Jaldeessoo maliif naannoo Wallaggaa Baha Aanaa Limmuu keessatti maqaan isaa leelifama yaada jedhurraa ka’uun akka qoratuuf isa kakaaseera. Qorannoon tokkos mala ittiin adeemsifamuu qaba. Kunis mala qorannoo akkamtaatti gargaaramuun meshaaleen odeeffannoon ittiin funaaname afgaaffiifi marii gareen. Haaluma kanaan odeeffannoon malleen kanaan walitti qabamee qorannoon kun adeemsifameera. Akkasumas iddattoo akkayyootti tajaajilamuun qorannoon kun gaggeeffameera. Itti fayyadamaa afaanii faruu Goota Dhugumaa Jaldeessoo gama mormuurratti, murtoo kennuurratti, eenyumma isaa ibsuurratti, qabsa’uu irratti, diina fonqolchuurratti, gumaa baasuurratti, misoomaa ilaalchisee, gama hojii irratti, qeequu, injiiffannoo ilaalchisee faaruu kana keessatti argamanis kunis dhimmoota adda addaa ibsuuf kan olaanidha. Isaanis: gama sina barnootattin, gama aadaa, seenaa, duudhaafi safuu hawaasaa ibsuuf akkaataa garaagaraan kan galaniidha. Dhumarrattis dhimmoota fayyadamaa afaanii ergaa faaruu kana keessatti iddoo olaanaa akka qaban beekuun faaruutti gargaaramun barbaachisaa akka ta’e addaan baaasuun argannoo jalatti ka’amaniiru. Gama biraan immoo faaruun gootummaa, daabummaa, aadaafi seenaa uummata tokkoo dabarsuu keessatti shoora olaanaa waan qabuuf kunuunsuun dhalootaaf dabarsuuf barbaachisaadha.en_US
dc.identifier.urihttp://etd.aau.edu.et/handle/123456789/17941
dc.language.isoom-ETen_US
dc.publisherAddis Ababa Universityen_US
dc.titleQaccessaa Fayyadama Afaanii: Qabiyyee Faaruu Goota Dhugumaa Jaldeessoo Keessattien_US
dc.typeThesisen_US

Files

Original bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
Dirribachoo Tamasgeen.pdf
Size:
1.34 MB
Format:
Adobe Portable Document Format
License bundle
Now showing 1 - 1 of 1
No Thumbnail Available
Name:
license.txt
Size:
1.71 KB
Format:
Plain Text
Description: